𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦 EM

𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦 EM

Share

Odeeffannoo fi taateewwan Ispoortii hunda-galeessa!⚽️

tg 👉 https://t.me/JIA_Oromo

09/06/2026

Romeron man United n barbaadamaa jira

𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦

06/06/2026

isiniif mee eenyuun hiriirsifattu utuu sadanuu kilaba tokko keessa jiraatanii?

05/06/2026

💥kilaboonnii waggaa dhufu kana maaliif akka dorgoman naaf hingalu!
💥geebicha taanan Arsenaltu ChampiyoonsLiigii dabalatee nyaata!

Noni Madueketu gaafa miira ibsannaa London keessatti dheengadda Arsenal fi deeggartoonni karaarra bahan dubbate!

𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦 kana akkamiin ilaaltu

01/06/2026

✅Wiliyaam Saaliibaan torbeewwan muraasaaf taphaan ala ta'u mala jedhameera. Tapha PSG waliin qaban iratti miidhama waliin rakkachaa kan taphate yoo ta'u, kun miidhama isaa akka itti cimse himameera.

Yeroo ammaa dhukkubbiin itti dhagahamaa kan jiru yoo ta'u, garee biyyaalessaa Faransaay kessattii gaheen qabu yaddoo keessa galeera.

Follow nugodhaa✍️

30/05/2026

✅Eenyutu injifata mee tilmaamaa?


share godhaa✅

29/05/2026

Arsenal sarara gidduu bor kam utuu fayyadamee wayya?

29/05/2026

🚨 Baarseloonaan pi'eeroo Hinkaappee fudhachuuf hawwii qabu.

Haalli isaa walxaxaa akka ta'e ni hubatu. Ta'us garuu carraa yoo argatan taphataa Ikuwaadoor kana mallatteessifachuuf ni yaalu jechuun Daily mail gabaaseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

29/05/2026

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿OFFICIAL

BBC Sport taphataa cimaa pirimeer liigii bara kanaa Dekelaan Rayiis Filatee jira

📣[BBC]

KUSH SPORTS follow godhaa✍️

29/05/2026

🚨 Ibraahimaa Koonaatee Liivarpuul gadhiisa ja'amee eegama! 🔴👋

[JaakoobsBen / aleeks_kirook].

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

29/05/2026

🏆Urjii Real Madrid kan ta’e lammiin Biraazil 🇧🇷 Vinicius Junior, tapha xumuraa Champions League kan Arsenal fi PSG gidduutti taasifamu eenyu akka mo’atu gaafatamee akkana jechuun deebisee jira:

🎙 "Ani tapha xumuraa Champions League irratti deeggaraa Arsenaliiti. Arsenal tapha xumuraa kanaan PSG mo’atee waancaa akka fudhatuun barbaada."

🎙 "Dhugaa dubbachuuf, Arsenal waggaa kana waancaa Champions League injifachuun ni malaaf. Isaan morkii baranaa irratti waggaa baay'ee namatti tolu fi bifa bareedaan dabarsanii jiru. Ani sobuu hin barbaadu, waancaa kana Arsenal akka mo’atuun barbaada, akka injifataniifis nan deeggara."🗣️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ https://t.me/OromoSport12

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility?

Telephone

Website