Maadda walaabu

Maadda walaabu

Share

Odeefanno

Chicken Road 31/10/2025

https://www.facebook.com/share/1aBnhE64kT/

Chicken Road Chicken Road – ከኢትዮጵያ ቀጣይ ሚሊዮነር ሁን! 🐔💰 100 ብር አስገባ እና 2000 ብር በቀጥታ ወደ መለያህ አግኝ! ⚡ ቀላል ጨዋታ፣ ከፍተኛ እድል — ዛሬ ሕይወትህን ለመቀየር እድልህ ነው! 🎯 በ Chicken ...

09/10/2025

natte fakkata isinoo maal jettu asirratti?

31/10/2021

Kaadireef kaadimee sirna PP utubuuf qe’eetti nu gidirsaa baate sanaanis walagarra! Osoo ‘Visa’ hin hojjachiifatin turte wanuma kun ittin dhufne seetee haftee karaa dhabde sanaan miilanuma walagarra.😕
Kana booda adabbii gantootni biraa akka lammata nukeessaa hin dhalanne jiilchu argatti hundishee!
WBO koo jabaadhu ayyaanni Oromoo sifaana haa jiraatu. Haqaaf lolaa jirta kanaaf irra aanta. Walloo erga qabattees kan hafu Finfinneedha; isa booda hundaa qabanna. TDF’f Kombolchaa qabattee jirti akkasheen as hin ceene ammumaan karaa itti cufuu, fuula ofii gara Finfinneetti guutummaa guutuutti naanneffachuu... Yos TDF of duuba deebitee Tigiraay walabaa irra jiraatti. Kaadireen PP wareertee jirti; Tigireen humni amaaraa akka lammata hin kaanetti burkuteessitee jirti. Yeroon keenya amma. Firoomni warra Seem nu gaha seenaa diinummaa bara dheeraas of gidduudhaa qabna wal taanee of taanee ABO-WBO taanee Oromiyaa walaboomte gadi dhaabbanna. Injifannoon abbaa dhugaaf!❤️💚❤️💪

09/09/2021
Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adaba?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Adam
Adaba
FINFINNEE