24/12/2024
Gabaasa tarkaanfii ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
24/12/2024
Kayyoo Haqaa
Bareechinee qabna
Sir'naaf heera jiruu
Bakka itti nu eegan
Sana tasan jirruu!
===
Nun shubbisu mormi
wanta baayyee beekna
Deemsas itti fufnee
Bakka Sanan geenyaa!
Hiree Dhalotaa Hordofaa
24/12/2024
Duulaa injifannoo cichoomina kaayyoon egallee injifanno guddaan jalqabe jiraa'
Hiree Dhalotaa Hordofaa
24/12/2024
Gindooti Tumamuu eegalteetti Warri immiyyee
25/08/2024
Nɑmoonni Dhugaa faana Jiraatan,Yoomiyyuu ni xiqqeeffamu ni balaaleeffatamu, firaafi diinnis Yeroof waliin ta'ee irratti duuluun waanuma jiruudha.
Garuu, hangamuu irratti yoo doolanis guyyaa tokkoofis haa ta'u dhugaa injifatanii hin beekan!
Sobni gurmuu sobaa of duuba hiriirsee Namoota hedduutti dhugaa fakkaatus , warra daandii dhugaafi haqaarra imalaa jiran biratti gatii tokkollee hin qabu,hin qabaatus 👌
Sobni hangamuu baay'atee Gaara fakkaatus, dhugaa ta'ee hin beeku
Akkuma Gareen shiraafi cubbuu Oromoofi Oromiyaa dhabamsiifna jettee,jaarraa tokkoofi walakkaa oliif balleessuu dadhabdee ofuma isaaniitii wal balleessaa jiran kana jechuudha 👌
Dhugaan yoomuu injifataadha.
Atis Yaa barbaada dhugaa, Yaa gameessa xurree dhugaa beeku, hammamuu rakkattuus guyyaan ati ifatti baatee Saba Keetii fi biyya Keerratti, Alaabaa moo'ichaa mirmirsitee Saba Kee faana handhuura Biyya keenya Oromiyaarra burraaqxee,dhiichiftu fagoo miti,fagoos hin ta'u.
Oromoon gabrummaa kana jalaa bahuuf,waaqaa gaditti simalee gargaarsa humaa hin qabu 👌
Yoomuu qomoo Kee siin ala fira biraa hin qabu
Sumaatu Oromoofi Oromiyaaf fira dhugaa, fi haqaati.
kan haqa isaaf dhiigaafi lafeen qabsoo bilisummaa,walabummaafi Abbaa biyyaa sabni jaarraa waggaa hedduu lakkoofsisee,Amma gara jaarraa lamaaf deemtu sabarraa kaasuuf,lubbuu isaan falmaa gaggeessuuf diinaa waliin kukkee wal qabee kaleessaafi har'aas simalee hin jiru waan ta'eef jabaadhu goota Koo........
Sabni koo waan si qabuuf Egereen Saba Keetii yoomiyyuu Ifaadhaa.....WBO koooo..
25/08/2024
Lamatu .
1/Ummaanni Keenyaa Kan Daabee dhahatee ala bulu haqaaf Lolu itti
2/Waraanni Keenyaa WBOn Kan baqatee Ambaa jiraatu hunduu fakkaate
Soorettii Caalaa
25/08/2024
Itoophiyaan Oromoo M,10,000,000 M,5,000,000 qixxee fixxee akka nurratti ijaaramte Oromoon hunduu ni beeka.
Har'as Itoophiyaan Oromoo M,60,000,000 jiru irraa M, 40,000,000 dhumee M,20,000,000 qofti hafee diigamauu qabdi malee tolaan akka Jawaareefi namoonni biroo jedhan sana tolaan hin diigamtu.
Itoophiyaan Humnaan nurratti ijaaramtee
Humnaanis ofirraa diigna liqimsaa abbaan isin hudhe yoo jiraattan.
Yaada kanarratti Sheek Abu Mahar Daraaraa Guddinaa Nadhii Roobaa Dammituu Jiilchaa Intãla Abbåa Caälii fi Jaarsichi keessan Gootichi Ilmi Dirribaa Lammeessa irratti walii gallee jirra.!!! Jaarsichi Lafarraan ilmaansaa wajjin itti jira.
Qilleensarraan warra oromoo isilaamaaf Sheek Abu mahir ni jira. Oromoo Waaqeffataadhaaf Daraaraa gudiinaafi Nadhii Roobaa ni jiru, Oromoo kiristaanaaf Dammituu Jillichaafi intala Abbaa.Caalii ni jiruu warra amanti da'oo godhatee Oromoo Qoqqoodee burjaajessuu yaaluuf karaa isin nurkaa baatanuun tokkollee hin jiruu beeka.
Ykn Tokko taanee itoophiyaa diignee Oromiyaa walaba ijaaruu.
Ykn Walumaan lafa kanarraa dhumachuu. Yada kana Lamaan keessaa tokko filadhaa. Coomentii jalatti dafaatii
Warri mana koo keessa jirtan hundi keessan.!!