Liivarpuul Afaan Oromootiin

Liivarpuul Afaan Oromootiin

Share

Oduu fi Odeeffannoo Mootii England Liverpool fi Kanneen biroos asii argattu. Kanaaf Follow gochuun nu hordofaa!!

07/06/2026

🚨 Jude Bellingham yeroo badhaasa Man of the match Riyoof kennu ♥️🔴⭐

Liivarpuul Afaan Oromootiin

07/06/2026

🚨 Riyoon eda 😱😱

✅ Seenaa garee biyyoolessa ingiliiz keessatti taphataa 1300ffaa.
✅ Taphataa umrii xiqqaan garichaaf hiriire 5ffaa.
✅ Taphataa umrii xiqqaan tapha jalqabaa isaatiin badhaasa Man of the match fuudhate jalqabaa.!

Historical Moment ⭐♥️🔴

Liivarpuul Afaan Oromootiin
Dhiiga Qulqullutu Jige
Hachalu Adisu

07/06/2026

Mo Salah 🤝 Carlitto 🇪🇬🤝🇮🇹

゚viralfbreelsfypシ゚viral ゚viralシ

07/06/2026

🚨 Daqiiqaa 45 qofa taphatee, taphataa cimaa taphichaa Riyoo 🔴♥️⭐🥇

El Numero Uno 🥇⭐

Liivarpuul Afaan Oromootiin

07/06/2026

🚨 Mo Salah, Allison & Fabi 🔴♥️👑⭐

Liivarpuul Afaan Oromootiin

゚viralfbreelsfypシ゚viral ゚viralシ

07/06/2026

🚨 Man of the Match Rio Nigumoha highlights, Mashallah ❤️💎🚀💫

Liivarpuul Afaan Oromootiin

゚viralfbreelsfypシ゚viral ゚viralシ

07/06/2026

🚨 Tapha isaa jalqabaatiin taphataa cimaa taphichaa Riyoo 🔴♥️

What a talent 👏👏

Liivarpuul Afaan Oromootiin

Photos from Liivarpuul Afaan Oromootiin's post 07/06/2026

🚨 Riyoo Niguumohaan yeroo jalqabaatiif garee biyyoolessa ingiliiziif hiriiree taphate.!

WOW isaaf halkan hin dagatamne!👏🔴♥️

Liivarpuul Afaan Oromootiin

Photos from Liivarpuul Afaan Oromootiin's post 06/06/2026

🚨 Florian Wirtz waancaa Addunyaatiif qophiidha. 🇩🇪🔥



Liivarpuul Afaan Oromootiin

06/06/2026

🚨 Andoonii Iraa'oolaa 🎙️

🗣️;-"Ani akka leenjisaatti carraa argame hundatti fayyadamee of foyyeessaa deemuun barbaada, yeroo tokko tokko yeroo leenjistoonni shaakala garee kootii ilaaluu dhufan, waan haaraa irraa barachuuf nan yaala, kubbaan miilaa yeroo yeroon fooyya'aa deemti."

🗣️;-"Ati yoo of foyyeessuu irraa dhaabbatte nama yeroon irra darbe taata, kanaaf yeroo yeroon of foyyeessaa deemuu qabda, qormaanni guddaan nu leenjistoota harkaa qabu kanadha."

🗣️;-"Irra deebiin Kerkez leenjisuun koo waan namatti toluudha."

🗣️;-"Premier league keessa turuun koo ciminaa fi dadhabina taphattootaa fi kilaboota hedduu akkan beekuuf na qarqaareera, Waggoota darban Liivarpuuliin yeroo hedduu Analysis gooneerra, ciminaa fi dadhabina isaanii adda baasneerra."

🗣️;-"Akkan yaadutti garee baay'ee cimaa tahe qabna, wantoonni gochuun nurra jiru hedduunis akkuma jirutti tahee.

🎙️Turtii preseason Ameerikaa fi deeggartoota Liivarpuul achi jiran ilaalchisee?

🗣️;-"Kilabni kun hangam akka guddaa inni tahe nin beeka, deeggartoota hedduus Addunyaa guutuu irraa akka qabu nin beeka."

🗣️;-"Turtii keenna Ameerikaa keessatti deeggartoota achi jiraniif taphoota miidhagaa fi bashannansiisaa akka daaw'achiifnu abdiin qaba.''

🎙️Taphataa taatee yeroo Ameerikaatti dabarsite?
🗣️;-"Imala kubbaa miilaa kiyya achitti xumuruu kiyyaaf ani carraa qabeessa ture, Waggoota 16 Athletic Bilbao keessatti dabarseera, kilaba biraatiif takkaayyuu taphachuu hin barbaanne ture."

🗣️;-"Gaafa kubbaa dhaabuuf yaadu maal gochuu akka qabu yaade, sana booda carraan NewYork City 'f taphachuu dhufe, liigii Ameerikaatti taphachuun hedduu na fayyade."

🗣️;-"Achitti taa'ee waan hedduu yaade, gaafa kubbaa dhaabe maal hojjadha? Waan jedhu akka gaariitti xiinxale, yaada imala leenjisummaa achii eegale."

Liivarpuul Afaan Oromootiin

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Maammoo Mazzamir
Adama