Spoortii90

Spoortii90

Share

Tsis sport page is only fo the purpose of sport information only

16/03/2025

Mikel merino 19'

16/03/2025

Arsenal GOALLLLLLLLLL

16/03/2025

Darbii london
Daqiiqaa 13'
Arsenal 0 0 Chelsea

09/02/2024

Seera haaraa kubbaa miilaa keessatti hojiirra ooluuf deemu!
kaardii bulee

06/02/2024

Pirezedaantiin Rippaablika Dimookraatawa Koongoo tapha biyyi isaanii Ivory koost waliin qabdu daawwachuuf hoggantoota mootummaa biroo waliin akka argaman gabaafamaara.

06/02/2024

Taphataan Murteessaan Garee Biyyoolessaa Naayijeeriyaa Viktor Oosimiheen miidhama keessummeessuun himamaara.
gara xumuraatti darbuuf afrikaa kibbaa waliin taphni cimaan kan ishee eeguu naayijeeriyaan odeeffannoon kun bowwoo itti ta'eera.
osimheen garee naayijeeriyaa waliin akka hin imalles mirkanaa'eera.
Akka jedhame naayijeeriyaan taphaticha kan dhabdu yoo ta'e sarara fuulduraa naayijeeriyaa laafinni isa mudataan tilmaamameera.

06/02/2024
Photos from Spoortii90's post 18/08/2023

Lisaandro Maartinez tapha guyyaa boruu Manchester United Totenham waliin taasisu Irratti kan hirmaatu ta'uun beekameera.
Taphni tootinhaam fi man yunaayitid bor sa'aatii 1:30 eegala

18/08/2023

primeerliigii Inglaand torbee 2ffaa har'a

27/02/2023

Champions

24/02/2023

Taphataan duraanii realmadrid fi garee biyyaalessaa brazil marcello kilaba biyya isaa fluminonse galuun isaa himamaa jira.
Taphatichi olompic Marseille waliin erga gargar ba'ee kilaba malee tureera.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Addis Ababa
SPORTS