Sport family's

Sport family's

Share

Oduu fi odeeffanno ispoortii gaggaarii gurra isin buufna!

20/05/2026

Deeggartoonni Arsenaal ✴️baga gammaddan🎀

16/05/2026

✅🙏MAN-CITY
✴️Maanchister sitiin waancaa FA 2025/2026 injifateera!!🎀

26/04/2026

Warqiiwwan 2n ❤️ ❤️ maqaa dhahi Mee!

20/04/2026

chaaawww😓😓😓

27/01/2026

Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse boodaa gahee leencaa bahachaa jira.
Kanaaf mucaa kana Oromummaan isaa Ingilaandi keessatti akkaa Leellifamuuf oromoon kamiyyuu kommentii jalatti
Call him oromticha jedhaa tii
Irraa deddeebia gadi dheeressaa akka mulatutti barreessaa Oromummaa Ingilandii beeksisaa. Galatoomaa

24/01/2026

Big shout out to my new rising fans! Daniel Chala Gamili

07/01/2026

👕Dargaggoo hidda dhalootaan kanaan Baga gammadee jedhan.
🔥dhalootni isaa haa tau immoo hiddi dhaloota isaa Oromoo dha.
⚡carraa gaarii jedhaan Mee waliin hangaa @2029
⏫ to English championship

20/12/2025

⚽Har'a galgala sa'atii 2:30 irraa jalqabee Tottenham hospur kilaba marsisaayidi Liverpool keessummeessa.
⚽Tapa kana gareewwan laachuu injifannoof morkii cimaa Ni taasisa.
gaarii kilaaba deeggartaiif!!

22/11/2025

Maali tu tahe arra immoo Rooditti: 🙆
0:3 in gingilfamee adda of sukkuumaa manatti ol deebisan !
Wooooow warri marsisaayidi kuni duaaiii keessaan fedha 😀

14/05/2022

LIVERPOOL HAVE WON THE FA CUP ON PENALTIES! 🏆

03/05/2022

Liverpool fc into final by (5:2) aggregate

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Adama City Highway
Addis Ababa
NOW