Supper Sport Ethio Oro 433

Supper Sport Ethio Oro 433

Share

Gate updated sports news, live matches, game fixtures, and related content. ETHIO❀️

19/02/2026

It ends level at Molineux.
WOLVES VS ARSENAL (2:2)😱

19/02/2026

⛳️ Arsenal bara kana dogoggora Arteetaan waancaa dhabuuf ta'aa jedhama jira.

Arsenaal Piriimiyerliigii Ingilaandi erga waggaa haaraa bara 2026 eegalee asitti taphoota 7 yeroo dhiyooti taphateen qabxii 24 argachuu qabu keessaa 13 qofa argate.

β—Ž Taphoota waligalaa : 8 taphate.
β—Ž Injifannoo: 3
β—Ž Walqixa: 4
β—Ž injfatamu: 1
β—Ž Qabxii: 13/24
πŸ“Arteta fi garee isaa Arsenal; Taphoota liigii kana dura darban 7 taphatan keessaa 2 qofa injifachuun, 4 qixa ba'uun 1 mo'amanii jiru.

18/02/2026

🐺 π–πŽπ‹π•π„π’ π’π‡πŽπ‚πŠ 𝐀𝐑𝐒𝐄𝐍𝐀𝐋! 😱
😳 Arteta 🫣😱🫠

18/02/2026

For the first time in Premier League history, the team starting the day bottom avoided defeat against the team starting the day top despite being 2+ goals down. (2-2)
🚩What a comeback from Wolves πŸ‘πŸ˜±

17/02/2026

βœ…οΈWesley Sneijder:Namoonni ammallee namoota gurraacha jaldessa jedhanii waamu........baay'ee nama qaanessa!

Prestianni Benefikaa keessatti hiriyyoota garee gurraacha qaba.........yeroo kana argan maal yaadaa jiru!?

17/02/2026

πŸͺ§ Vini Jr. can not wait to play the 2nd-leg of Real Madrid's Champions League play-off tie against Benfica FC at Bernabeu stadium. πŸ‡§πŸ‡·

17/02/2026

Is he said"Monkey" to Vinicius Junior?πŸ€”
No more tolerance for violence against other race. I wish that he will be punished!
vs (0-1)

17/02/2026

Galatasaray vs Juventus πŸͺ§

17/02/2026

Jose Mourinho always in the thick of it 🫣

Photos from Onefootball's post 15/02/2026
Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Addis Ababa