13/01/2024
Chelsiin tapha har'a Fulham 1 fi 0n mo'eera, kana jechuun Chelsiin erga onkoloolessa 2022ti yeroo jalqabaaf tapha
PL sadii walitti ansee mo'e
Odeefannoo Ispoortii Kubbaa Miillaa Kan Biyyootaa Fi Kilabootaa Afaan Oromoon Isiniif Dhiyeessina
13/01/2024
Chelsiin tapha har'a Fulham 1 fi 0n mo'eera, kana jechuun Chelsiin erga onkoloolessa 2022ti yeroo jalqabaaf tapha
PL sadii walitti ansee mo'e
29/10/2023
MANCHUAL DERBY 😂😂
EENYUTU MO'A
04/10/2023
Qabxii Champions League bara kanaa
Manchester United : 0
Chelsea : 0
😀😀😀
26/09/2023
Taphoota PL bara kanaan goolii baayyee kanneen galchan
Erling Haaland 8
Manchester United 7
Nottingham Forest 7
Cristal Palace 6
Wolves 6
Fulham 5
Everton 5
Chelsea 5
Bournemouth 5
Sheffield 6
Burnley 4
Luton 3
21/09/2023
MANCHESTER UNITED IN TRAINING DAY VS MANCHESTER UNITED IN MACH DAY 😂
20/09/2023
Maguire goolii eeguu jalqabe? 😂
20/09/2023
Bara dorgommii kana kubbaan kallattii isaa eeggatee 12 gara ONANAtti dhitaman keessaa 9 itti galaniiru 🥲
16/09/2023
Mohammed Salah PL irratti goolii 62 akka galuuf mijeessee kennuun taphata Africa jalqaba ta'eera
11/09/2023
Taphattoota goolii heedduu biyaa isaanif galchuun sadarkaa 1-10 qabatan.
08/09/2023
Deeggartoonni Arsenal Kai Havartez irraa Deeggartoonni Chelsea Mudryk irraa goolii jalqabaa utuu eegani sila ekeraa ta'ani 😂
07/09/2023
Cristiano Ronaldo waggaa 20 booda, jechuun erga bara 2003ti yeroo jalqabaaf kaadhimamaa Ballon d'Or ala ta'e 🥲
06/09/2023
Erga Michel Arteta leenjisaa Arsenal ta'ee muudamee booda kilaboota daqiiqaa 90+ booda goolii baayyee galchan keessaa tokko Arsenali.
1 Manchester City Goolii 20
2 Manchester United Goolii 20
3 Newcastle United Goolii 18
4 Brighton & Hove Albino Goolii 18
5 Arsenal Goolii 17
Liverpool Goolii 16