Baga guyyaa guyyaa jala bultii guyyaa kabajamaa guyyaa jima aan isin gahe
HacaaluuHundeessaa
Ethiopia Ethopiaa
Halkan gaarii Bulle ganama gammachuu nuuf hata u
Nama jechuun nama woliif yaade woliif yaaduun daandii milkaa inaa keessaa Isa tokko hubadhu jireenya kee jijjiiruuf ofitti Amanamummaan murteessaadha hubadhu milkaa uuf obssuun gaariidha
Ati kam madaaltta Isa dhugaa dubbatu mo Isa dhugee dubbatu beekaan beekee Dubbata wollaalaan lachuu hubata ati keessa Isa kam Isa beekee hubatumoo Isa lachuu fudhatu of madaali
Halkan gaarii Bulle ganama gammachuu
Agarre guyyaa gaarii isiniif hata u
Halkan gaarii Bulle gana gammachuu agarre guyyaa gaarii isiniif hata u
Jireenyi qormaata obssuutu furmaata waan ta eef obssi hamma siif milkaa uttii
Halkan nagaan Bulle barii gaarii argine guyyaa gaarii nuuf hata u
08/08/2021
Ittimuddi qeerroon
Oromoo bakka jirtuu junttaa woggaa 27 finfinnee nyaachaa
Ture Ilmaan oromo
Harkaa fii miila
Nujalaa buqqisaa
Ture San dhabamsiisi
J
07/08/2021
Olmaan keessan keessaa filadhaa
Akka eenyuuti kanniisamoo tisiisa
Filannoo
A kanniisa
B tisiisa bakka duwwaa guuti followe me and sher like
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
ETHOPIAA