Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Anis Bayaan AR, Siree Man, Sayid Muscab, Abdiin Ko Rabbuma, Usee Sufiyan, Webe Canab
GMN
GIRAWWAA MEDIA NETWORK
05/03/2026
Afuuftuu Utuu Haati Oromoo Ulfaan du'aa jirtuu ati eenyummaa kee kan hin beekne Yerusaalem ishee kam akka Wangeelli jedhus kan hin beekne Alaabaa biyya Ormaa ol kaafta
Iraan Hoggantootaa fi miseensota Kaabinee Israa'el Yerusaalem keessatti wal ga'iirra turan irratti haleellaa raawwachuu miidiyaaleen gabaasaa jiru. Hoggantoota kanneen keessaa Obbo Baajoo Tamaamee ( Benjamin) isa tokko jedhamaa jira🤭
02/03/2026
Yeman Huutiin Sa'atii ammaa kana Markaboota Gurguddaa Ameerikaa fi Israa’el Bahaara irratti Haleeluudhan Ibsa baaftee jirti.
Ibsa Amma Yeman baafteen Gaalaana Gubbaa Markaboonni Addunyaa Ameerikaa Waliin Michooma Qabanii Tokko akka hin sochoone fi Dooniiwwan Addunyaa hundi Bakka jiru akka hin sochoone Bahaara Guddicha Hormuzi irratti Fufuudhan Akeekkachiise jira
02/03/2026
International media confirmation 👍
May Allah show us his co**se truly🙏
!
02/03/2026
Alhamdulillaahi
Allahuakubar Allahuakubar
Aboo Oduun kun Inuma sobaa mitii qabadhaa gaa .👇
Midiyaaleen Dilli kun Du'a Sheeyixaantichaa kana ni kijaban jettanii yaaddu ????
Inuma hin kijiban Dubbiin Dhugoomeera
Netanyahu Lafarraa ol ergamee jira .☝️💪💪💪
02/03/2026
Dubbiin du'a Netanaayuu kun babal'achaa jira. Tokko du'ee tokko hin taa'uudha dubbichi🤭
Iraan markaba guddaa Abraham lincon kan Ameerikaan ittiin of boonsitu, misaa'ela 4,n rukutee dhidhimse jirttii
02/03/2026
Iraan markaba guddaa Abraham lincon kan Ameerikaan ittiin of boonsitu, misaa'ela 4,n rukutee dhidhimse jetti.
02/03/2026
Oduu Ammee!!
Kooriyaan Kaabaa Ameerkaan Iraan irratti haleellaa ni raawwatti taanaan Misaa'eloonni keenya masmara alarmii irratti argamu jachuun gocha warri lixaa itti jiru hordofuun dubbatte. Mootichi Kooriyaa kaabaa marii biyyoonni lixaa Iraan waliin godhan erga hordofee booda marichi Iraaniin hidhannoo kee hiikadhu jachuu fakkaata jachuun qeeqan. Akkasumaas Ameerkaa IZra"ael waliin kallattiin waraana seenti taanaan Misaa'eloonni keenya masmara alarmii irratti argamu jachuun akeekkachiisa laataniiru!! Mootichi Kooriyaa kaabaa King Joon dhuguma mootii bilisummaa ummata fi birmadummaa biyyatti amanuudha!!
Loltoonni Eegdota Warraaqsaa Islaamaa Iraan (IRGC) doonii waraanaa Ameerikaa xiyyaara baatu USS Abrahaam Linkan jedhamu haleeluu hime.
USS Abraham Lincoln: Dooniin waraanaa guddichi Ameerikaan gara Iraanitti butte maal qabateera?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa
LOVESALAA153GMAIL.COM