22/08/2024
Here we go
Bum
Bum
Bum
Arseenaal taphataa sarara gidduu Riyal soodidaadii Fi Ispeen Mikeel Mooriinoo ifaan ifatti mallatteessifachuuf waliigale .
Jijjirraan kun torbanootaaf harkifachaa turus har'a xumurameera.
Sararri gidduu Arseenaal filannoo baay'ee akka qabaatu taassisa .
Paarteey
Joorjiinihoo
Wajjin dorgommii cimaatu Isa eeggata.
Wel come 👋👋
17/08/2024
Gooooolll
Kaa'uu Haavert
25'
Arseenaal 1:0 Wolves
17/08/2024
Hiriirri Arseenaal guyyaa har'aa kana fakkaata
Sararri dudduubaa 4
Sararri gidduu 3
Sararri fuuldura 3
Injifannoon dhukaastotaaf.
17/08/2024
Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota keenyaa .
Ligiin jaalatamaa addunyaa kanaa pirimeerliigiin Ingilaandi tapha Maanchisteer Yunaayitid Fuulhaam injifateen eegaleera.
Har'ammoo kilabni isin baay'ee jaallattan Arseenaal tapha isaa jalqabaa bara 2024/2025 har'a woolvisiin Emiraatesitti ni keessummeessa .
Tapha kanaaf Toomiyaasuu fi fabiyoo Veeraa irraa kan hafe taphattootni Arseenaal hunduu qophii dha.
*Taphataa haaraan Arseenaal Kaalaafiyooriin tapha Pirimeerliigii isaa jalqabaa Arseenaaliif ni taphata.
Taphni kun
*Sa'a 11:00
*Dirree Filaayi Emiraatesitti
Deeggartoota Arseenaal fuulduraatti ni taphatama.
Injifannoon dhukaastotaaf .
Fuulbarruu kana hordofuun taphicha kallattiin daawwannaa.
12/08/2024
Bokaayoo Saakaan filannoo taphattoota ciccimoo dargaggeessa keessatti kadhimamaa ta'ee dhihaate.
01/08/2024
Breaking
Arseenaal taphataa sarara gidduu Real soodidaadii Fi Ispeen Mikeel Mooriinoo mallatteessisuuf akka itti dhihaate gabaafame.
Dhimmoota dhuunfaa taphatichaa irrattis waliigalamee akka jiru gabaafamaa jira .
Rakkoon bara darbe sababa miidhama Toomaas Paarteetiin mudachaa Ture jijjirraan kun gaafa xumurame ni hafa .
29/07/2024
Kaalifiyooriin garee Arseenaal waliin shaakala taassisu eegaleera .
29/07/2024
'' Ji'a tokko dura Joorginihoo waliin Wal argee ,Inni dhuguma Nama Gaarii ta'uusaan arge .Akkan gara Arseenaal dhufuuf dhiibbaa narratti uumaa Ture .
Kottu, kottu as dhufuu keetti baay'ee gammadda.Garee ajaa'ibaati,Istaafii ajaa'ibaati,wanti Hundumtuu Gaariidha,
Kanammoo guyyaama dhufte seekoondii muraasa keessatti argita''
Naan jedhe jedhe kaalifooriin.
Hojiin Joorginihoon jijjiirraa kana keessatti hojjete salphaa akka hin taane utuu inni hin dubbatiniyyuu ifaadha .
Deeggartootni Arseenaal galatoomi jennaan joorjii🥰🥰🥰🤩
29/07/2024
Oduu gaddisiisaa bara darbe sababa moidhamaatiin kan rakkachaa Ture Ismiiz Row gara fuulhaam imale .
Taphataan kun bara darbe tapha lama qofa taphate .
Gatiin taphataa kanaa €27M yoo 7M bifa Boonasiitiin(dabalataan )kan kaffalamu taa'a .
29/07/2024
Bum Bum
Arseenaal taphataa sarara Dudduubaa bitaa Yeroo dheeraadhaaf mariira Ture guyyaa har'aa ifaan ifatti taphataa Arseenaal ta'uun beekameera .
Kaalifooriin lakkoofsa 33 uffatee kan taphatu ta'a .
Sararri Dudduubaa Arseenaal dhagaarra kan jabaatu ta'a jedhamee eegama.
Anaa dhufu.