Oddeeffannoo Ispoortii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oddeeffannoo Ispoortii, Sport & recreation, Finfinne Oromiyaa, Addis Ababa.
20/01/2025
Gabriel Magalhaes has outscored these attacking players at their respective clubs while playing for Arsenal 🤯??🇷
゚viralシ
Man united fi biraayiteenii
10/09/2023
Jechoota taphattoota Kubbaa Miilaa Beekamoo , leenjistootaa fi hayyoota ispoortii irraa .
kunooti:
1 .“Injifannoon hamma ulfaataa ta’etti, gammachuun injifannoo guddaa ta’a.” – Pelée
2.“Abjuu kee bira ga’uuf qabsaa’uu qabda. Wareegamuu fi cimtee hojjechuu qabda.” – Liyooneel Meesii
3.“Wanta bohaartiif yeroon hin qabu. Dhuma irratti hojii koo akka bohaartiittin ilaala. Waan ani hojjechuu jaalladhudha.”- Deevid Beekkam
4.''Namoonni yeroo milkaa'an hojii cimaa hojjechuu irraa kan ka'edha. Carraan milkaa’ina waliin wal hin qabatu.” – Diyeegoo Maaraadoonaa
5.“Yeroo tokko kophee ittiin kubbaa miilaa taphadhu waanan hin qabneef boo’een ture, garuu guyyaa tokko, nama miila hin qabne tokkoon wal arge.” – Ziinaadiin Ziidaan
6.“Yeroo abjuu dhugoomsitu dhiibbaan hin jiru.” – Neeymaar
7.''Kubbaan miilaa mataa keetiin taphatama. Miilli kee meeshaa qofa.” – Andiree Piirloo“
8."Miilaan kubbaa miilaa taphachuun waan tokko, onneen kubbaa miilaa taphachuun garuu waan biraati.” – Firaansiskoo Tootii
31/08/2023
Zlatan Ibrahimovic: „Gareen dubartootaa FC Barcelona garee dhiiraa Maanchistar Yunaayitid injifachuu danda’a, hundi isaanii ulfa ta’anis.”.akkas jechuun tiwiitara isa irratti barreesse ture .
Gaazexeessaan tokko taphataa kubbaa miilaa Bosniyaa Nihaad Dedovic Zlatan Ibrahimovic waliin firooma qabaachuu isaa gaafate: â €
â €
🇧🇦 Dedovic akkas jedhe: "Lakki abbaan koo biyya Siwiidin dhaqee hin beeku." ⠀
🇸🇪 Zlatan akkana jedhee deebiseef: "Abbaan koo garuu gara Bosniyaa dhaqeera."
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa