Football Is Game

Football Is Game

Share

Odeeffannoo Ispoortii Waqtaawaa saffisaan argachuuf filannoon keessan Football Is Game haa tahu👈

10/05/2026

.
Arsenaal Amma liigicha qabxii 79 sassaabbachuun maan siitii irraa qabxii 5 fagaatee duursaa jira.

10/05/2026

.
Tapha ajaa'ibaa ture Arsenaal galchii 1fi0n injifachuun qabxii isaa 79tti olguddisuun liigicha duursaa itti fufee jira.Arseenaal imala shaampiyoonummaa isaa cimsate

Arseenaal tapha Weestaam waliin taasise olaantummaan xumure.

Arseenaal Weestaamiin galchii 1 fi 0'n injifateera.

Galchiin injifannoo Tiroosaandi Arseenaaliif daqiiqaa gara dhumaa lakkoofsise imala shaampiyoonummaaf murteessituudha.

10/05/2026

Arsenal

10/05/2026

.
Leandro trossard galchii duursummaa arsenaal mirkaneessite daqiiqaa 82ffaatti galche.

10/05/2026

.
Trooooosaaard galchii jalqabaa Arsenaaliif

10/05/2026

.
Daqiiqaa 80 irra gahan Arsenal 0:0 Westhamnunited galchiin hin jiru.

10/05/2026

.
Boqonnaa booddees galchiin hin jiru.

10/05/2026

.
Peep guardiolan galgala kana deeggaraa weestihaam yunaaytid isa cimaadha.

10/05/2026

.
Arsenaaliifi weestihaam yunaaytid galchii malee itti fufanii jiru. Daqiiqaa 16 taphatan

Photos from Football Is Game's post 10/05/2026

.
❤️Harri Guyyaa Haadholee Addunyaati Baga guyyaa keessan geessan haatii Ilma namaa deesse hundi keessan.

10/05/2026

.
Real madrid galgala kana sarara fuulduraa irratti tajaajila mbappeefi rodrigoo hin argatu jedhamee jira.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address

Sheggar Oromia
Addis Ababa
100122222322422