Burqaa Ispoortii

Burqaa Ispoortii

Share

Since August 25, 2019

30/08/2026

🟢Cheelsiin taphataa Monaakoo Lamine Kaamaaraa fudhachuuf waligalteera gahaniiru.

Gatiin jijjiirraa taphataa kanaa nannoo Pawondii miliyoona 38 akka ta'e himameera.

30/08/2026

🟢Maanchister Yunaayitid injifannoo isaanii jalqabaa galmmeessaniiru.

Tapha torbee lammaffaa Pirimeer Liigii Inglaand amma xummurameen Maanchister Yunaayitid 5fi2 Ipswiich Taawuun injifataniiru.

Goolii injifannoo Maan Yunaayitid mirkaneessan Burunoo Farnaandes goolii sadi, Biriyaan Mubeemoo fi Graaves garee isaa iratti lakkoofsiseera.

Burunoo Farnaandes dabalatan tapha kanaan kubbaa goolii ta'u tokkos mijessuun kenneera.

30/08/2026

Goota Haatriiki🔥🔥🔥

30/08/2026

Riyaal Maadriid injifannoon itti fufeera.

Tapha Laaliigaa Ispeen amma xummurameen Riyaal Maadriid 4fi0n Maalagaa injifateera.

Goolii injifannoo Riyaal Maadriid Beelinghaam, Mibaapee, Ardaa gular fi Hereroon garee isaa iratti lakkoofsiseera.

Riyaal Maadriid Laaliigaa bara kanan tapha sadi taasisee sadeenuu injifachuun goolii 10 lakkoofsisee lama qofti iratti lakkaawameera.

30/08/2026

Guyyaa 626 boddaa Maarkuus Raashfoord hara Maan Yunaaytidiif jalqaba irraa hiriiree jira.

30/08/2026

🟢Taphatoota sadeen Cheelsii bara dorggommii kana.

✔️Moorgaan Roojeers
Goolii 1
Assisti 1

✔️Kool Paalmeer
Goolii 2
Assisti 1

✔️Jowaa Peedroo
Goolii 2
Assisti 2

Photos from Burqaa Ispoortii's post 30/08/2026

🟢Cheelsiin injifannoon galeera.
Cheelsiin dirree isaa iratti Biraayteen keessummeessun 4fi3n injifatee baheera.

Ganamuman goolii lakkoofsisuu kan eegalan Cheelsiin gooliwwan Laaviyaa, Neetoo, Peedroo fi Paalmeer lakkoofsisaniin olaanttumman xummuraniiru.

Cheelsiin Maanchister Siitii fi Haal Siititi waliin kilabii taphoota jalqabaa lamaan injifate ta'eera.

Jowaa Peedroon goolii Cheelsiif lakkoofsise 25nin gaheera.

Roomiyoo Laaviyaan goolii isaa jalqabaa Cheelsiif lakkoofsiseera.

Tapha kanaan jijjiiramee seenuun daqiqaa muraasa kan taphate Kasedoon midhaman dirree irraa jijjiiramee baheera.

Cheelsiin taphoota Pirimeer Liigii 18 darban iratti goolii keessummeessera.

Photos from Burqaa Ispoortii's post 30/08/2026

Hiriira Maanchister Yunaayitid fi Ipswich Taawuun

Taphoota Pirimeer Liigii Inglaand gama Telegrama keenyan kallattin hordofa

https://t.me/BurqaaIspoortii

30/08/2026

Arsenaal taphatoota isaa sadeen gaggeessera

30/08/2026

Maartineelii gara Al Hilaal Here we go

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Finfinnee Oromiyaa
Addis Ababa