24/04/2026
Aalima Ethiopian Addunyaaf gumaachite kan Ulamaa'onni gariin Albaanii zabanaa ja'uun kana meeqa kheeysantu beeka
mee kommenti godhaa
Rabbiin Jannataan haa qananiisu
اينقص الدين وان حي
24/04/2026
Aalima Ethiopian Addunyaaf gumaachite kan Ulamaa'onni gariin Albaanii zabanaa ja'uun kana meeqa kheeysantu beeka
mee kommenti godhaa
Rabbiin Jannataan haa qananiisu
Al HAMDULILLAAH
09/04/2025
Barattoota diin islaam hundaaf barsiisa quraana fi hadiisa Sheikh Aadam mayyuu
Qaraati egalchiisuf qophaaye isin Eega jira.
Kanaaf Namooni kitaboota Ahkaama tajiwiidaa
Hidaaya
Murshidul wildaan
Jazarii fi kanneen biraa qar'auu fi akkasuma quraana tajwiidatti qara'uu barbaaddan yeroon kara majlisaa Sheikh Aadam mayyuu kotta.
Tessoon godina hararge bahaa gaara mullata Aanaa mayyuu muluqqee magaala huuse ganda 2ffaa wajjira magaalatin jala kotta isin simanna