Mati Sport

Mati Sport

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mati Sport, Sport & recreation, Finfinnee, Addis Ababa.

✅️ Odeeffannoo Ispoortii Biyya keessaa fi biyya alaa waytawaa argachuuf like, follow and share 👉 Mati Sport 👉 https://t.me/matisport

16/04/2026

!
Hirmaachuuf:
1. Ergaa kana "Like" fi "Share" godhaa.
2. Maatii chaanaalii Facebook tahaa.
3. Namoota 4 qabxii taphichaa sirriitti tilmaamaniif kaardii abbaa Birrii 100 kan badhaasnu ta'a.
4. Tilmaama keessan iddoo yaadaa (Comment section) fuula Facebook keenyaa irratti barreessaa.
5.Tilmaama kenname irra deebi'anii sirreessuun ykn si’a tokkoo oli tilmaamuun badhaasichaaf nama hin geessisu.
6. Yoo namoonni sirriitti tilmaaman 4 ol ta'an, injifattoonni carraadhaan kan adda baafaman ta'a.

Carraa Gaarii !!

16/04/2026

Badhaasa qabu kanaan wal dorgomaa.
Ulaagaan badhaasaa:
1. Post kana share goota ( garee irratti taanan filatamaadha)
2. Deebii sirrii Comment goota.

Carraa Gaarii !!

Follow Mati Sport

16/04/2026
16/04/2026

Viktor Gyokeres garee isaa duraanii gadi qabee walakkaa xummura Champions Leaguef darbe ✅

GOAL malee xummurame 0:0

15/04/2026

🔔 HT Comeback eegnuu Madrid irraa?

Bayern 🇩🇪 2-3 Real Madrid 🇪🇸

1' ⚽ Arda Güler
6' ⚽ Pavlović 🅰️ Kimmich
29' ⚽ Arda Güler
38' ⚽ Kane 🅰️ Upamecano
42' ⚽ Mbappé 🅰️ Vini Jr.

⛳️ 7:0 - 🟨 0:1 - 📊 Aggregate 4:4

15/04/2026

Seenaa Taphataa bareedaa Andrea Pirlo :
Andrea Pirlo tapha kubbaa miilaa keessatti taphataa miidhaagaa fi sammuu cimaa qabu keessaa isa tokko ture. Bara 1979 biyya Xaaliyaanii keessatti dhalate. Jalqabarratti akka taphataa sarara fuulduraa (attacking midfielder) taphataa ture, garuu booda gara taphataa “deep-lying playmaker” jedhamee beekamutti jijjiirame — gahee sana keessatti adda ta’ee beekame.

Pirlo ilaalcha bal’aa, dabarsa sirrii (passing), fi tasgabbii cimaa qabaachuun beekama. Inni tapha to’achuu baay’ee salphaa fakkeessa ture, kubbaa miilaa bareedaa godhee agarsiisa.

Kilaboota guddoo akka AC Milan fi Juventus keessatti taphatee, injifannoo hedduu argate — dabalataan UEFA Champions League fi Serie A hedduu mo’ate. Akkasumas garee biyyaalessaa Xaaliyaanii bara 2006 World Cup injifate keessatti gahee guddaa qaba ture.

Yeroo yaadatamu keessaa tokko rukuttaa penalty isaa kan “Panenka” jedhu Euro 2012 keessatti England irratti rukute dha — kun immoo sodaa dhabuu fi ogummaa isaa agarsiisa.

Pirlo saffisaa hin turre, humna qaamaa guddaa hin qabu ture, garuu sammuu isaa fi ogummaan isaa isa goota kubbaa miilaa taasise. Inni kubbaan miilaa saffisaa fi humna qofa osoo hin taane, yaada, kalaqaa fi to’annoo akka ta’e agarsiise.

Mee yeroo inni kilaba kam taphatu bartan moo har'a bartan? Comment godhaa waayeesaa waan beektan

Follow Mati Sport

15/04/2026

Milkaayinni kee baranaa maaliin madaalama? kan Arsenal Waancaa Premier League nyaachudhaan madaalama.....comment godhi

Photos from Mati Sport's post 15/04/2026

Injiftaan Gaaffii yeroo darbee nama cimaa bakka guddaatti barate Chala dha. Isinis congra jedhaanii

15/04/2026

Gaaffii Yeroo darbeetiin Chala Huka Argatee waan jiruuf Haa badhaafamu argatee kan jettan namni 15 comment godhaa jennaan argate maaloo haa badhaafamu jettan 16n keessan. Namni muraasnillee maaloo mucaan kun birrii balleessaa suma bira haa taahuf badhaasichi kana jedhe hinjiru 😃

Mee telebirr number kee ergi warra badhaafamuu keetti gammadaniif immoo qoodiif.

Hirmaannaa keessaniif hundumtuu Galatoomaa.

15/04/2026

🚨🚨 Namoonni miliyoona 900 ol ta’an addunyaa guutuu irraa Bayern Munich fi Real Madrid daawwachuuf jiru.

Taphni kun hanga tapha Champions League yeroo jalqabaaf baay’ee ilaalame ta’uuf qophaa’eera! ✨

Namoonni baayyeen Real madrid mootii kubbaa miilaa Awurooppaa jedhanii waamu. Seenaa darberraa kahuudhanis Har'a Comeback hojjatanii akka injifatan tilmaamu. Ana garuu naaf hin liqimfamne Bayern dirreen ala injifatee dirree ofiirratti injifatama kan jedhu yaaduun ni Cima.

Tilmaama keessan barreessaa isinis.

15/04/2026

Namni 15 Haa badhaafamu argate yoo jedhan comment irratti ammuman si badhaasa Chala Huka

Hanga galgala sa'aatii 2:00 tti nama 15 guutuu baannan hinafa badhaasichi

15/04/2026

kanaan wal dorgomaa 200 fudhaa.

Ulaagaa guutttanii argattan:

✅️ Post kana share goota.

✅️ Deebii sirrii comment goota.

Carraa Gaarii !!

Follow Mati Sport

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Finfinnee
Addis Ababa
1000