Halkan kunii Halkan jumati Nabii Muhammad Irratii salawataa Busaa
Namanii guyyaatii yaroo takka Nabii Mohammed Irraatii salawataa busee rabbiin rammattaa 10 Irratii Busaa Sallallaahu Aleeyhi Wassallam
Maaruf Yusuf
Maaruf Yusuf
15/01/2023
👉Iccitii Lakkoofsa ( 7 ) beektuu⁉
=========//==========
⭕"Lakkofsi ulamaa'ii baay'ee ajaa'ibsiise lakkofsa 7 subhaanallaah" hanga guyyaa qiyaamaatti hiikkaa isaa beekuu hin dandeessu.
🎾Ilaali mee ☑
~Baayyyinni Samii 7☑
~Baayyinni dachii 7☑
~Torbanitti guyyaa 7 tu jira☑
~Balbalti jahannam 7☑
~Naannawa kaabaa yeroo7 naannawama☑
~Safwaa walmarwaa jidduu 7 fiigama☑
~Ijoolleen akka salaatatatti ajajamtu amata 7 tti jedhan # Rasuulli{ﷺ }☑
~Suuratul fatihaan aayata 7 qaba☑
Adduunyaa tanarra bahaara 7 'tu jira☑
~Hajjiitti jamratul aqabaaatti dhakaa 7darbatama☑
~Hogguu iidaa takbiiraa 7tu godhama☑
~Addunyaa kanarra ardii 7 tu jira☑
~Guyyaa qiyaamaa nama gosa 7 tu gaaddisa jalatti dheessa☑
~Jechi kalimaa laa ilaaha illallaah Muhammad rasuulullah 7☑
~ adadi hulaa jannataa 7 suuraa yuusuf keessattis maaliif arge mootichi sa'a 7 gabbataa sa'a 7 lallaafaa nyaatu ammas garbuu 7 magarroo fi garbuu 7 gogaa waa heddutu jira ajaa'iba lakkofsa 7 irraa allahu akber Isaannan rabbiin isaaniif gaaddiseessu gaaddisa isaatiin guyyaa qiyaamaa 7
Mee barreessi maqaa Allah marraa 7 hafuuraa ni baafattaa cinqii hundarraa guyyaa kana keessatti sheyxaanni barreessuu sin dhoowwin ati nama isa boochisu tahi barreessuudhaan☑☑
07/01/2023
Bareedina uumamaa rokkinni jireenyaa hagooge kana Rabbiin sirraa hajijjiiru
31/12/2022
Barri 2023 Kun Bara Jaalalaa
Bara Gammachuu
Bara Milkii
Haa Ta.u Janna
31/12/2022
Namoonni sadi hiree(carraa) bareedaadha qaban:
1/ Nama nyaata nyaatu kan hin gabbanne( hin furdanne).
2/ Nama umriin isaa guddaadhaa kan ijoollee fakkaatu.
3/ Nama hirriibaaf mataa isaa lafa keenyaan yeruma sanitti rafu.
ati sadeen kana keessaa kam qabda?
yoo qabaatte jadhi.
Rabbiin nama qananii tana sadeenuu qabu nuhaa taasisu.
Barreeffama Barsiisaa fi Saahiba kiyyaa
Sheikh Jamaal Aliyyii Abdullah
Sadanuu RABBIIN kenneefii jira.
Anaafis akka kennu naaf kadhaa!
12/12/2022
Aaga Dhagahaa Geebaa Barakanaa Moroccon Nyaannan Tapha Dhifna Jecha Jiru Jarri Kun
03/12/2022
Akka Laalte Osoo Hin Akka Yaade Siif Haa Tahu
21/10/2022
29/11/2021
As Genye Alhamdulilla
07/08/2021
Baga Injifatte Baga Injifannoon Gallte Sifan Hassan
Click here to claim your Sponsored Listing.