11/07/2025
Noonii maduyeekee waancaa irraa soorama ba'eera. Nagaan deemi
Odeeffannoo wayitawaa chelsea
11/07/2025
Noonii maduyeekee waancaa irraa soorama ba'eera. Nagaan deemi
25/05/2025
Baga gammaddani deggertoonni Cheelsii hirmaannaa champions league arganneerra
Akkam jirtu nagumaa jaallattoonni kubbaa walitti deebine Kan fagaannee turreef dhiifama🙏
Akkam jirtu deggertoonni cheelsii
walitti deebine
❤❤❤
04/02/2024
Gadi badduun kun gadi deemuutti kaate akka nu gubdani sin haa gubu rabbi 😱
20/12/2023
.
✅Shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz 2022/23 Isteediyeemii Eetihaaditti moo'achuun dorgommichaan ala taasise Niiwkaastil Yunaaytid.
✅Shaampiyoonaa waancaa Kaarabaa'oo 2022 /23 ka tahe Maanchistar Yunaaytidiin moo'achuun dorgommichaan ala taasise Niiwkaastil Yunaaytid.
✅Har'a garuu dorgommii marsaa 3ffaa Isteediyeemii Istaanfoordi Biriijiin dhufee utuu hin milkaa'in hafe. Niiwkaastil Yunaaytid. Taphoota gosa hundaa 12 darban Isteediyeemii kanatti falmateen 11 moo'ame Niiwkaastil.
✅Eedii Haaw guyyaa har'aa tapha 100ffaa kilaba Niiwkaastil Yunaaytidiin dursaniin Cheelsii moo'achuun deeggartoota waliin kabachuuf ture. Istaanfoordi Biriijitti garuu milkaa'ina Cheelsiif laate.
✅Daqiiqaa 92ffaa irratti Cheelsiin dorgommicha keessaa akka hin baane kan taasise Mikaayiloo Moodriik Peenaalitii dhumaas gara galchiitti jijjiiruum gammachuu isaa ibsate. Oh
💙Pride of London Chelsea
07/11/2023
04/10/2023
Baga gooliitti araaramte !