15/02/2026
Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club
Established to give better life condition and scientific training for Oromian farmers athletes an
KilabiinAtileetiksii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa kan hundeeffame, dhaabbilee Obbolaa lamaan hojii ijaarsaa, qo'annoo, qorannoo, dizaayinii fi too'annoo ijaarsa bishaanii irratti bobba'an Intarpiraayzii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa fi Dhaabbata Dizaayinii fi Too'anoo Hojiiwwan Bishaan Oromiyaatiin bara 2009 hundeeffame. Kaayyoon hundeeffama kilabichaa, atileetota otuu dandeettii qabanii deeggarsaa fi
15/02/2026
14/02/2026
MIIDHAMNI QAAMAA INJIFANNOO DAANGESSUU HIN DANDA'U!
ATILEETONNI KEENYA IRRA DEDDEEBIIN MIRKANEESSANII JIRU.
Waldorgommii Guddattoota Itoophiyaa magaala Adaamaatti gaggeeffamaa jiruun Atileetonni Kilabichaa afur(4) gosa para- Atileetiksii (Atileetiksii Miidhama Qaaamaa)tiin dorgommii irratti kan hirmaatan yoo ta'u madaaliyaa 3 fi dippiloomaa lama galmeessuun Waldorgommii Isaanii xumuranii jiru.
Haaluma kanaan
Gosa Miidhama Ijaa T-11 category
800m
1. Atileet Yaayesh Geexuu. 1ffaa
Gosa Miidhama harkaa. T - 46 category
800m
1. Gammachuu Amanuu 2ffaa
2. Daani'eel Biraatu 4ffaa
Gosa Miidhama harkaa. T - 46 category
1500m
1. Gammachuu Amanuu 2ffaa
2. Daani'eel Biraatu 4ffaa
bahuun dorgommicha injifatanii jiru.
14/02/2026
Moo'achuun Hojii Keenya!
KA-KKIO Hundee Moo'attootaa!
Waldorgommii 10km Hundeeffama waggaa 65ffaa "Liyu Zemechawoch ezi" sababeeffachuun Sadarkaa Biyyoolessaatti Magaala Hawaasaatti Gurraandhala 14, 2026 qophaayeen KA-KKIOn Korniyaa lamaaniinuu ol'aantummaan goolabe.
Haaluma kanaan, garee dhalaatiin
1. Atileet Wuddinesh Alamuu 1ffaa bayuun madaaliyaa Warqee fi Badhaafamtuu Qr. 500,000.
2. Atileet Misgaanee Alamaayoo 4ffaa bayuun dippiloomaa fi Qr. 50,000.
3. Atileet Tigist Tasammaa 8ffaa
4. Atileet Milkituu Mul'ataa 10ffaa bayuun ida'amaa Qabxii23n. 1ffaa
Humni Ibsaa Itoophiyaa Ida'amaa Qabxiin 56n 2ffaa
Garee Dhiiraan
1. Xahaa Aadam. 5ffaa fi Qr. 25,000
2. Maammoo Lammaa 6ffaa
3. Daanyee Tasfuu 18ffaa
4. Araarsoo Nagaasaa. 20ffaa. Ida'amaa Qabxiin 49n. 1ffaa bayuun xumuree jira.
Baga Gammadne Baga Gammaddan !
OCEC-AC ATHLETES STOOD 2ND AND 3RD AT OSAKA MARATHON
BADETU HIRPO 2024 graduate of and Workinesh Edesa graduating candidate of 2026 stood 2nd and 3rd in fierce competetion on Osaka marathon.
Cnngratulations!
18/01/2026
Tadu Abate the Winner of Tata Mumbai Marathon 2026 Edition.
CONGRATULATION
13/01/2026
Athlete Marta Alamayo of OCEC-AC won Gold for Ethiopia at TALLAHASSEE 2026 WORLD CROSS COUNTRY 6km junior Women.
Congratulations!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Website
Address
1696/110
14/02/2026