30/09/2026
Beeksisa Ariifachiisaa Leenjistoota Leenjii CAF D Laayisansii irratti galmooftan maraaf
Leenjichi Onkoloolessa 8 ni kennama jedhamee kan ture sababa Inistiraakteroonni Shaakalaaf deemaniif Fulbaana 27/2019 hanga Onkoloolessa 06/2019tti akka kennamu murtaa'eera.
Kanaa hubachuun Leenjistootni maqaan keessan armaan gadiitti tarreeffame Fulbaana 26 Magaalaa Sulultaa , Giddugala Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluutti argamuun gabaasa akka gootan isin hubachiisna.
kanneen Galmooftanii Maqaan keessan hin tarreeffamne Xalayaa Kilaba irraa barreeffame waan hin dhiyeessineef ta'uu isin beeksisaa , hanga gaafa guyyaa 23/01/2019tti attach gochuu akka dandeessan isin hubachifna.
Kanneen galmee xumuran,
1. Abicho Heyo Hinika (Gode Duro)
2. Habtamu Chala Kekeba..
3. Hafiz Jebal ( Omo Nada)
4. Dawit Policey Gonfa
5. Tadele Bedada
6. Efrem Ebisa Keneni
7. Bati Nagashu Fayisa
8. Yonas Mokonen Raga
9. Takala Bogala Takatay
10. Oljira Belay Gudeta
11. Kitaba Hirphasa
12. Korsa Teshome Abate
13. Abu Amano Bariso
14. Fayisa Hamu
15. Fayisa Tamene Mokonen
16. Ayalow Alamayew
17. Kemer Yuna
18. Amanuel Zanab
19. Muktar Hamu
20. Daniel Oljira Wayesa
21. Yidnakachew Girma
22. Samson Fikadu
23. Adem Gudeta Birmaji
24. Roba Galgalo Godana
25. Samuel Dugasa
26. Tamirat Sisay
27. Masay Tilehun
28. Efrem Ebisa
29. Riyad Jafar
30. Fikadu Umata Kitila
31. Roba Asefa Dureso
32. Tolera Temesgen Oda
33. Wagane Awaqa
34. Gizacho Tuke Dibo