23/05/2026
๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐, Taphataa Cimaa Primerliigii Ingilaand kan bara kanaa ta'uun FA Ingilaandin filatame.
โฝ๏ธ Goolii 8 galcheera
๐ Kubbaa 20 mijeessee kenneera
ABDI SPORT
22/05/2026
Peeppi Gaardiyoolaan turtii waggoota 10 fi moo'icha Waancaa 20 booda Maanchistar Siitii gadhiisuufi
********
Kilabiin Ingilaand Maanchistar Siitiin dhuma bara dorgommii kanaatti leenjisaa isaa Peeppi Gaardiyoolaa waliin akka addaan bahu mirkaneesseera.
Leenjisaa beekamaan Ispeen kun waggoota kurnan dinqisiisaa Itihaad keessa turen, Waancaa 20 injifachuudhaan seenaa Maanchistar Siitii keessatti leenjisaa buleessa seenaa addaa qabu isa taasiseera.
Peeppi Gaardiyoolaan tapha xumuraa Piriimiyer Liigii Ingilaand Kilabichi Astoon Viillaa waliin taphatu irratti, deeggartoota Maanchistar Siitii fi kilabichatti nagaa dhaama jedhameet eeggama.
Manchester City
22/05/2026
Who else can shine like this Man (CR7) ๐
Cristiano Ronaldo
19/05/2026
Arsenal Geeba Premier League kan bara dorgommii 2025/26 Injiifate.
Deeggartoonni baga gammaddan!!
Congratulations ๐ ๐ ๐ to Arsenal family! ๐ ๐ซ
02/05/2026
Gareen kubba milla gara primerliigii Englanditti guddateera!
Congratulations, Ipswich Town Football Club ๐ต on your return to Premeair league
02/05/2026
Tapha Primerliigii Ingilaand torbee 35ffan Morkiin har'a fi gidduutti gaggeeffamu ni eegama. Arsenal taphicha yoo injifate osoo ManCity'n tapha qixxeessituu 2 qabuu garaagarummaa qabxii jiru gara 6tti ol guddifata.
01/05/2026
Check out this TikTok Account
โก 999.9k
TikTok ยท Abdi Sport
Check out Abdi Sportโs video.
29/04/2026
Another night ๐ to enjoy
Tapha Champiyoons Liigii awurooppaa walakkaa xummuraatin morkiin har'a Atileetikoo Maadrid fi Arsenal gidduutti gaggeeffamu si'aayinaan eegama.
แ แฐแแณแ แจแ แแฎแ แปแแแฎแแต แแ แแแฝ แแปแ แแฌ แแฝแต แ แตแแฒแฎ แแตแชแต แจ แ แญแฐแแ แจแแซแฐแญแแต แแแแซ แญแ แ แแแข
๐ฏ UEFA Champions League
โฐ 4:00
๐๏ธ Wanda Metropolitan
โฝ AthletiCo De Madrid ๐ โฝ Arsenal