02/09/2026
Dhirtii takka yoo dubartii bultii qabduu manmaan Arkee rakko nii qaba😒
Nama Bilbila isa Comantii Jala Kaa'efin Dafe Bilbila
.
. Facts 💯 ❤️
.
.
.
02/09/2026
Dhirtii takka yoo dubartii bultii qabduu manmaan Arkee rakko nii qaba😒
02/09/2026
Dhirrti chiikii qabnee
Harka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️
02/09/2026
Waan hundaa keessatti onnee qulqulluu
qabaachuun namaaf qabeenya guddaadha
02/09/2026
Gaaleytiin Gaalana
Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadha abaluu mee boruu mucaa kiyya saniin yaadee fidii koottu ja’een.
Isiinis mucaan na bira hin jiruu bar warra keenya jiraa jetteen. yoo maal ja’een gaarii baqaa joolluma ollaa takka fidii koottu ga🫣joollee ollaa hundaan yaadee bar ja’een ja’aan🤣akkamitti laaltan isin mee?
30/08/2026
Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧
30/08/2026
Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎
30/08/2026
👉🏽osoo jaarsii jiraatee akkanatti fb irratti phost hin goonu kanaaf nuti singilidha 😁❤️❤️❤️❤️🌹❤️ Raaziyaa Abdo follow godha ❤️
30/08/2026
Oromoo tiyya baayyeen isin jaaladha❤️😍🫶
30/08/2026
Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧
29/08/2026
Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family
fayoo jalalaa Hiriyoomfadhaa