Salman itf TKD ابو اخلاص
﴿ مَّا يَفْتَحِ اللَّهُ لِلنَّاسِ مِن رَّحْمَةٍ فَلَا مُمْسِكَ لَهَا ۖ
وَمَا يُمْسِكْ فَلَا مُرْسِلَ لَهُ مِن بَعْدِهِ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ﴾
08/09/2026
Congratulations 🎊 jenne irra deebinee bro
Saahiba kiyya qaalii hedduun takkaan
Siif gammade wly
Baga laffaatii yeroo dheeraa booda
guyyaa kana geesse Obboleessa kiyya
Hamzaa Hussen 👨🎓👨🎓👨🎓👨🎓🥰💪
01/09/2026
Abbaa kee yeroo
Hunda jaaladhu
Sababni isaa
Nama isa siif
caalu hin argattu waan taheef
❤️❤️🌹🌹🌹❤️❤️❤️🌹
💞❣️❤️🌹💕💓💓♥️♥️
゚viral
01/09/2026
Namni haa numa cimuu jedhee sah gurbaan
Obboleeysa koo Qaalii baga naaf cimte gara hundaan kana caalaa nuuf jabaadhu.
I love ❤️ 😍 💖 ❣️ 💕 💘 you
30/08/2026
Quxusuu koo
Tiruu koo
Cinaacha koo
I love ❤️ 😍
30/08/2026
bu'aa Bahii baayyee qaxxaamurtee asgeeysee baga rabbiin asiin sigahe Habibii kiyya beekkomsa lachuu walitti qabatte baga gammadde 🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🧑🎓🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
30/08/2026
Congratulations 🎊 👏 💐 🥳
Obboleeysa koo Qaalii
Tiruu koo
Cinaacha koo
Quxusuu koo
Baga gammadde Baga gammadde
26/08/2026
Dargaggoojabaa Kilabii tan taatee Obsa Amin 1st Dan (Degree) tokkoffaa harka isaa galfatee jira Congratulations 🎊 jedhaan
゚viral
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Address
Adis