ሪፖርቶች ተመርጠው ከዴስኩ የሚቀርቡለት ፊ”ዴሽን! 😡 FEED’TION 😏
ነገሌ አርሲ ክለቡ ከ መቻል ጋር በነበረው የ32ኛ ሳምንት እግር ኳስ ጨዋታ የክለቡ ደጋፊዎች የእለቱን ዳኞች በተደጋጋሚ አፀያፊ ስደብ ስለመሳደባቸው እና ፀብ ቀስቃሽ መልእክት ስለማስተላለፋቸው ረፖርት ቀርቦበታል።
�ስለሆነም የክለቡ ደጋፊዎች ላጠፉት ጥፋት ክለቡ በኢ.እ.ፌ ዲሲፕሊን መመሪያ ክፍል 3 ምዕራፍ 3 አንቀፅ 66 በተቁ 4(ሀ) መሰረት ብር 50,000 /ሀምሳ ሺህ/ እንዲከፍል ወስኗል።
የእኛ አስተያየት፦ የፌዴሬሽኑ ዲሲፕሊን ኮሚቴዎች ሪፖርት መርጠው ነው የሚመረምሩት ወይንስ? ተመርጦ ነው የሚቀርብላቸው? አይደለም ሜዳ ለምናዘወትረው እኛ እድሜ ለOBN Afaan Oromoo የስንቱን ክለብ ደጋፊ ስድብና ፀብ አጫሪ ዝማሬ ከቤት ታዝበናል!
እንመለስበታለን!
Negelle Arsi FC FANS
A place where fans truly catch the vibe and the spirit of the crowd takes over.
12/05/2026
Tapha imala gara shaampiyonummaatti Guchiiwwan dhiyeessu
Akkuma beekkamu Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Nageellee Arsii taphoota marsaa 30fi 31 injifachuudhaan erga xumuree Bunni Sidaamaa qabxii gatuu hordofee garaagarummaa gidduu isaanii jiru gara afuritti xiqqeesseera. Guchiiwwan taphoota torbee lamaa darban gahumsa ol'aanaafi qindoomina qaban dirree irratti muldhisuun hordofuun taphni morkataa isaa kan ta'e Kilabii Maachal waliin gaafa guyyaa 6/9/2018 Sa'aa 12:00tti gaggeeffamu akka eeggamuuf sababa ol'aanaa ta'eera.
Gama biraatin,sababoota tapha kana hawwataafi akkaan eeggamaa taasisan keessaa Kilabin Maachal qabxii 49 walitti qabachuun sadarkaa 3ffaa irratti argama.
Guchiiwwan immoo tapha kana akka tapha geebatti waan ilaalaniif harka hin kennatan. Imalli isaan shaampiyonummaaf taasisanis kan dhugoomuun tapha kana ta'uu mala.
Dursaan liigichaa Buna Sidaamaa tapha torbee 32ffaadhaan Kilaba Hosaanaa waliin qaba. Tapha kanaan qabxii gatuun Guchiiwwan Kilaba Maachal yoo injifatan garaagarummaa qabxii gara tokkotti deebisuuf carraa ol'aanaatu jira.
Taphni kunis kan gaggeeffamu Istaadiyeemii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti waan ta'eef deeggartoonni Guchiiwwanii haala adda ta'een deeggarsa akka kennitaniif yaamichi isiniif dhiyaatera.
💪💪💪💪💪💪//💪💪💪💪💪💪
Injifannoon Guchiiwwaniif haa ta'uu!
11/05/2026
11/05/2026
FULL TIME
11/05/2026
Dagganni ninke 🔝
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Arsi Negele