26/03/2026
Sultan Abiyo
Civil engineering concept
26/03/2026
12/12/2024
Humna Kiyya Hawaasa Kiyyaaf; Dafqa Kiyya Biyya Kiyyaaf!
-------
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti dargaggoonni Magaalichaa duula sassaabbii oomishaa dhaadannoo, "Humna Kiyya Hawaasa Kiyyaaf; Dafqa Kiyya Biyya Kiyyaaf!" jedhuun Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti oomisha qamadii sassaabaa jiru.
Sagantaan sassaabbii oomishaa kun qindoomina Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa fi Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Shaggariin kan qophaa'edha.
Sagantaa sassaabbii oomisha qonnaa kanarratti Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu dabalatee hoggansi Olaanoo Naannoo Oromiyaa fi Magaalaa Shaggar argamaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.