Hirnaa carcar

Hirnaa carcar

Share

Hirnaa.carcar

27/07/2026
18/08/2025

Waliin Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉

08/08/2025

ittii Irkaatuu duraa
addaani fira bafadhuu

29/04/2025

Teknoolojiifi Sayinsiidhaa
Adunyaa Ajabisisaa kani jiruu mucuuni Etoophiyaa Kani tatee Adunyaa bishaani gubbaa qubatuu hojatee jurti Kunnii rajidhaa aaayi caayinaa

22/04/2025

Dargaggeessichi Dideera!👏

Gootummaan kutannoofi murannoo qabaachuu irraa madda. Piresdaantii Burkinafaasoo Ibraahim Traore uffanni moofaan (boondaa) Ameerikaa irraa biyya isaa akka hin seenne dhoorgee jira. Sababa dhoorgef yoo gaafatamu dargaggeessi hoogganaan cimaan kun
"Afrikaan biyya malee iddoo gataa balfaa itti gatanii miti" jechuun deebiseera.

Ibraahim Traore hoogganaa guddaa Afrikaa kan Afrikaa bilisa baasuuf onnate yommuu ta'u dargaggoonni Afrikaa jaalala addaa isaaf horachaa jiru.

Yeroon kun nama akkasaa barbaaddi, itti muddi jennaan!👏

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Dire Dawa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Direedawa
Dire Dawa