Ispoortii Kubbaa Miilaa

Call Website

Ispoortii Kubbaa Miilaa Ispoortiin qaama keenya haa jabeessinuu sochiin ispoortii jabina qaamaa keenyaf murteessaadha
(1)

Manchester City n taphataa sarara gidduu Morokkoo Ganna 18   mallatteessiffachuuf hojjachaa Jira.
14/07/2026

Manchester City n taphataa sarara gidduu Morokkoo Ganna 18 mallatteessiffachuuf hojjachaa Jira.

Seenaa biyyattii keessatti yeroo jalqabaatiif, taphataa Muslimaa garee kubbaa miilaa biyyaalessaa   hiriiree taphateedha...
14/07/2026

Seenaa biyyattii keessatti yeroo jalqabaatiif, taphataa Muslimaa garee kubbaa miilaa biyyaalessaa hiriiree taphateedha Djed Spence.

Taphataan umrii 25 waancaa addunyaa kana irratti garee biyyaalessaasaa England f hiriiree taphachuun ga'umsa ajaa'ibaa isaas agarsisaa jira.

Biyyoota dhihaa keessatti biyya bakka bu'ee dhiyaachuun abjuu ture. Ta'ullee dhiheenya kana dhawaataan haallu jijjiiramaa dhufeera.

Haa ta'u malee akka biyyoota kaanii kana amantee hin fudhanne. Kunoo reefi, waancaa addunyaa baranaa irrattiidha seenaa isii keessatti yeroo jalqabaatiif sababa amantaan kan fageessaa turte taphata hordofaa Amantaa Islaamaa ta'e tokko jettee kan lakkaawwattee garee biyyaalessaa isiif hiriirsifatte.

Haalli as itti ga'e ykn garee biyyaalessaaf hiriiree taphachuu itti qaqqabe garuu salphaa hin turre. Isa bal'inaan itti deebina yoo Rabbi jedhe. Garuu ga'umsa inni agarsiisa jiru kana osoo hin dinqisiifatin hin darban.

Tapha Cimaa Waancaa Addunyaa Halkan Har'aa Kana Tilmaamaa.  vs  Halkan sa'a 4:00Tapha kana wanti adda godhu shaampiyooni...
16/06/2026

Tapha Cimaa Waancaa Addunyaa Halkan Har'aa Kana Tilmaamaa.

vs
Halkan sa'a 4:00

Tapha kana wanti adda godhu shaampiyooniitii fi guggurraalee Africa tan tan faransaayiif taphattuutu waliin morkata.

  Kool Paalmar taphataa Ingilizii isa ilaaluun baay'ee isa gammachiisu ta'uu ibseera!  🌟  Ferdinaand: “Maaliif Paalmarii...
15/06/2026

Kool Paalmar taphataa Ingilizii isa ilaaluun baay'ee isa gammachiisu ta'uu ibseera! 🌟

Ferdinaand: “Maaliif Paalmariin jaallatte?mee maaltu isarraa sitti tola?”

: "Kubbaa miilaa yeroo hunda salphiseen ilaalan ture, anaaf akkaataan Palmer itti taphatu natti tola.
➡️ Kubbaa fudhatee kallattii irra deemuu barbaade kamitti demuu danda'a.
➡️ Paalmar xiqqoo isa kanatu qaba. Waantoota salphisee ilaala. Kubbaa fudhatee bakka barbaadetti buusuus ni danda'a, Kanaafin isa baay'ee jaalladha."

Addunyaa

Tilmaamaa Badhaafamaa♨️  2026 hawwii guddaan eeggamaa ture boru jalqaba. Taphni  Afrikaan kibbaa fi Meeksikoo tapha bani...
10/06/2026

Tilmaamaa Badhaafamaa

♨️ 2026 hawwii guddaan eeggamaa ture boru jalqaba. Taphni Afrikaan kibbaa fi Meeksikoo tapha baniinsa waltajjii waancaa addunyaa bara kanaa ittiin eegalamuudha

Waancaa addunyaa Bara kanaa bifa

31/05/2026
Shaampiyoonsi Liigiin (UEFA Champions League) xumuramuu hordofee badhaasa Kilaboonni argatan ***************************...
31/05/2026

Shaampiyoonsi Liigiin (UEFA Champions League) xumuramuu hordofee badhaasa Kilaboonni argatan
********************************
Waancaa champions league kanarraa maallaqa kilaboonni argatan:

✅ PSG: Paawundii miiliyoona 100 fi miiliyoona 27

✅ Arsenaal: Paawundii miiliyoona 100 fi miiliyoona 24.7

✅ Baayern Muuniik: Paawundii miiliyoona 100 fi miiliyoona 10.8

✅ Liivarpuul: Paawundii miiliyoona 95.3

✅ Atileetikoo Maadriid: Paawundii miiliyoona 90.7

✅ Riyaal Maadriid: Paawundii miiliyoona 90.1

✅ Baarseloonaa: Paawundii miiliyoona 86.5

✅ Maanchistar Siitii: Paawundii miiliyoona 84.4

✅ Cheelsii: Paawundii miiliyoona 80.2

✅ Tootinhaam Hootispar: Paawundii miiliyoona 74.3

Arsenaal waggaa 22 booda waancaa Piriimer liigii injifate.Piriimer liigiin Ingilaand bara 2025/26 Shaampiyoonummaa Arsen...
25/05/2026

Arsenaal waggaa 22 booda waancaa Piriimer liigii injifate.

Piriimer liigiin Ingilaand bara 2025/26 Shaampiyoonummaa Arsenaaliin goolabameera.

Taphoota torbee xumuraa har'a geggeeffaman boodas taateewwan hedduun kan uumaman yoo ta'u, Leenjisaan Maanchistar Siitii Gaardiyoolaa fi taphataan garichaa Siilvaan deggertootatti nagaa dhaammataniiru. Gama Liivarpuuliin ammoo Saalaafi Roobertisan deggertootatti nagaa dhaammataniiru.

Liigichaan Tootenihaam morkii cimaa booda liigicha keessatti yoo hafu, injifachuusaa hordofee Weestihaam gara liigii gadiitti bu'eera.

Taphataan Maanchistar Yunaayitid Biruunoo Fernaandez ammoo kubbaa galchiif ta'u 21'ffaa mijeessee kennuun rikardii haaraa seenaa Piriimer liigii keessatti galmeessuu danda'eera.

Breaking News!Poolisiin Magalaa Guddoo England London akka beeksiseetti deeggartoonni Arsenaal miliyoona 1 ol ta'an guyy...
24/05/2026

Breaking News!
Poolisiin Magalaa Guddoo England London akka beeksiseetti deeggartoonni Arsenaal miliyoona 1 ol ta'an guyyaa seena qabeessa boru dilbalata may 24/2006 Gareen kubbaa milaa Arsenal waggaa 22 booda waancaa premier league england injifate dirree isaatii ala achuma magalaa London gara kibbaa Selhurst Park Stadium iratti qophaahee fudhatu sababeefachuudhan daandii Islington irratti agarsiisa guddaa hanga ammaatti Londanitti gaggeeffame hin beeyne qophessuun waancaa kana akka simatan ibsa kanne.

Address

Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ispoortii Kubbaa Miilaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category