Souf Omer WT and Self defense training center

Call Contact the business

Souf Omer WT and Self defense training center Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Souf Omer WT and Self defense training center, Sports Team, Ginir.

peejiin kun ogummaa fi muuxannoo marshaal artii kan irratti walii kennuuf baname yoo ta'u ogummaan wirtuu keenya keessatti kennaman World taekwondo, judo , boxing, kick box,muay thai , Mixed martial (marshaal artii makaa) fi self defense dha

Baga Injifatte congratulations
28/08/2026

Baga Injifatte
congratulations

MOO'AMUUN BOODA SEDON MAAL JEDHE ?Akka oduun z habesha gabaasetti sedon injifatamuu booda akka armaan gadii kana jedhe. ...
28/08/2026

MOO'AMUUN BOODA SEDON MAAL JEDHE ?
Akka oduun z habesha gabaasetti sedon injifatamuu booda akka armaan gadii kana jedhe.
Jooni onnee koorraan jaaladha kabaja olaanaan qabaaf dorgommiin kun miira keenya hunda kan dammaqse ture akkuman dura seensarratti jedhe
dandeettii fi ogummaa raajii jooniin jujutsuu irratti qabu nan dinqisiifadha.hardha kan injifatames hanqina rukuttaatiin osoo hin taane jujutsuma kanaani kanaaf ogummaa qabaa (grappling) fooyyeeffadheen deebi'a marsaa itti aanu garuu biyya keessatti osoo hin taane daangaa ceene dubai irratti wal agarra
sedo martial arts
(ዘ-ሐበሻ ዜና) "[ጆኒን] ከልቤ ነው የምወደው፤ ከፍ ያለ አክብሮትም አለኝ! ይህ ፍልሚያ የሁላችንንም ስሜት ያነቃቃ ነበር። ገና ከጅምሩ በግልጽ እንዳልኩት፣ በጂጂትሱ ጥበብ ላይ ያለውን አስደናቂ ብቃት እጅግ አደንቃለሁ። ዛሬ ድሉን የተነጠቅኩትም በዚሁ የጂጂትሱ ስልት እንጂ በቡጢ እና በርግጫ (Strike) አይደለም! እራሴን ይበልጥ አጠንክሬ የግራፕሊንግ (Grappling) ብቃቴን ከዚህም በላይ አሳድጌ ዳግም እመጣለሁ። ለቀጣዩ ታሪካዊ የመልስ ግጥሚያችን (Rematch) ግን... እዚህ ኢትዮጵያ ውስጥ ሳይሆን፣ ድንበር ተሻግረን ዱባይ ላይ በታላቅ ወኔ እጠብቀዋለሁ!"

ሲዶ ከሽንፈቱ በኋላ

Ze-Habesha News) "I love [Johnny] from the bottom of my heart; I have the highest respect for him! This fight stimulated all of our emotions. As I clearly stated from the very beginning, I deeply admire his amazing skills in the art of Jiu-Jitsu. Today, I was stripped of victory because of this Jiu-Jitsu technique, not by punches and kicks (strikes)! I will come back stronger, enhancing my grappling skills even further than this. But for our next historic rematch... I won't wait for him here in Ethiopia, but rather across the border in Dubai with great passion!"

Sido after his defeat

Boodeen humna ofiitii ol utaaluu akkana  ያለአቅም የመስዝለል መጨረሻ
28/08/2026

Boodeen humna ofiitii ol utaaluu akkana
ያለአቅም የመስዝለል መጨረሻ

Congratulations on your victory you deserve respect
28/08/2026

Congratulations on your victory you deserve respect

Congratulations johnny on your victory
28/08/2026

Congratulations johnny on your victory

Ethiopian boxing king masfin birru congratulations
27/08/2026

Ethiopian boxing king masfin birru congratulations

Taphni Muay thai jalqabaa olaantummaa zahraatiin xumuramee jira tapha kanarratti zahraan akka irraa eegamutti hin taphan...
27/08/2026

Taphni Muay thai jalqabaa olaantummaa zahraatiin xumuramee jira tapha kanarratti zahraan akka irraa eegamutti hin taphanne faallaa kanaa ammoo ya amlaak siraan tattaaffii fi gootummaan isiin tapha sanirratti muldhifte baayyee kan nama dinqisiisu gara fuula duraatti dorgomtuu cimtuu akka taatu ashaaraa muldhiftee jirti

Dorgommiin guddichi MMA ETFC 2ffaa adeemsifamuuf guyyaa borii 1 qofatu hafe warri akkamitti ilaalla jettani rakkattan  t...
25/08/2026

Dorgommiin guddichi MMA ETFC 2ffaa adeemsifamuuf guyyaa borii 1 qofatu hafe warri akkamitti ilaalla jettani rakkattan tamsaansni kallattii Tiivii Abbay irratti waan dabruuf karaa sanii hordofuu dandeessu jechaa jiru

Address

Ginir

Telephone

+251921505271

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Souf Omer WT and Self defense training center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Souf Omer WT and Self defense training center:

Shortcuts

Share