Birraa Oromiyyaa
20/08/2025
Dargaggootaa Bulchiinsa Gandaa Waybari fi
Leenjii torbee tokko oliif magaala finfineeti fudhachaa turee kilabii keenyaf kenuu egalee jira guyyaa har'a bulchiinsa ganda waybaritii kilabii keenyaaf leenjiin kanamu egale jira sagantaa baniinsa leenjii kana irraatti I/A/Bulchaa Obbo Abdunaasir Ahamed Oromo fi itti gaafataman Partii ganda waybaar Obbo nuuf argamuudhan haasawa ergaafi dhama qabu Kilabii keenyaf dabarsanii jiru akkasumatii Leenjifamtooni kilabii keessaa jiran hundii akkuma hojii Kenaa Tajaajila Lammummaa ganna irraatti hirmaacha jirtanitii ge'a waan jiruuf baratooni hundii barumsa isaaniitiif if qopheesani osoo adaan hin hafne gara mana barumsaatti akka hiriiran dhaamaniifi jiru.
Hogantoota keenya kan guyyaa har'a sagantaa kana irratti nuuf argamtanii ergaa nuuf dabarsitan baay'ee baay'ee galatooman isiniin jedha
Xumuraa sagantichaa irraatti Leenjisaa kilabichaa Sabom Birraa Oromiiyaa Gargaartootta Kilabii tif Kennaa Adda Kitaaba TEEKWAANDOO IDIL-ADDUNYAA: Kan Saboom Asfaw Whitestarb Afaan Oromootin qopheese kaneefi jira. Gamanumaan gargaartonii kilabiilabicha kana caala jabaatani akka hojatan dhaamsi darbeefi jira.
Guutu sagantaa kana Guyyaa Boruu kan isiin biraan geenyu ta'a.
Qooda Fudhatooni Sagantaa kanaatiis hundii keessaanu Galtooman isiniin jedha.
📷 Mame Abibakar
07/07/2025
❤
KILABIIN barattoota isaa kan ji'a 6ffaa Aannaa Babbilee Gandan Abdiibuc keessaatti leenjisaa ture marsaa 12ffaa gaafa guyyaa 06 /11/2017 Alhada sa'a 2:30 irraa egalee sirna ho'aadhan mana barumsaa sad.1ffaa keessaattii ebisuuf qophii isaa hundaa xumuree waan jiruuf jaalatootafi hordoftooni keenya hundii Guyyaa kana dhuftanii gamachuu keenya akka nu waliin qoodatan kabajaafi Jaalalaa ulfaataadhan isiin afeeren jira.
Guyyaa kana qophiilee bashanaansiiso fi kan barumsaa irraa argatan qabanee wan isiniif dhufaa jiruuf haftanii hin sheenawinaan isiniin jedha. Birraa Oromiiyaa
Click here to claim your Sponsored Listing.