Gamtaa Leenjistoota Taekwon-do ITF Hrarge Bhaa

Gamtaa Leenjistoota Taekwon-do ITF Hrarge Bhaa

Share

"TAEKWON-DO IS A WAY OF LIFE "

21/08/2026


Feedireeshiniin Taekwon-Do ITF Harargee Bahaa
Wal-dorgommii keessoo Kilabootaa jalqabuuf qophii xumure jira sagantaan wal dorgommii kilaboota kun Kilastara sadii irraatti kan gageefamudha
1, Kilastara Oboraa A/Meettaa M/Calanqoo irraatti.
2, Kilastara Gaara Mul'ata A/Kurfa callee irraatti.
3, Kilastara Baha Bu/Magaala Babbillee irratti.
Kilaboota hundaa hirmaachisun kan gageefamu ta'a kanaaf leenjistoonni keenya sagantaa dorgommii kanaf Leenjifamtoota keessaan akka qopheefatan isiin beeksifna.
Hubachiisa: Sagantaan Dorgommii kun Kilastara irraatti jalqabama waan ta’eef Leenjistoni keenya kan kilastara baha guyyaa boru irraa qophii keessaan jalqabu qabdan.

Ergaa sagantaan wal dorgommii Kilastara xumurame booda kilabootaa kilastara saden irraatti mo'atan gidutti wal dorgommiin Magaalaa harariti ni gageefama.
Leenjistoonni keenya siritti if qopheesan dhaamasa keenya. Diddimtu Star

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address

Harar