Diddimtu Star

Diddimtu Star

Share

30/08/2026

Qabbanarraa jirtuu😎 warri 🇰🇼 fi 🇸🇦fi🇶🇦 Akkkm jirtan😁 Diddimtu Star

30/08/2026
Photos from Diddimtu Star's post 29/08/2026

Magaalota Dabbaal kana kessaa kan hafan Commenti jala kayaa mee 🙏?Diddimtu Star Star

29/08/2026

Magaalaa harar magaalaa baredduu 👌

Photos from Diddimtu Star's post 28/08/2026

Nama jaalalaafi kabajaa barsiisaa ofii beku jachuun akkana barataan kiyya tokkotu arra Nagodhe 🥰 galatomi bro naaf jiraadhu Ilyaas kiyya 💪 Diddimtu Star👌

27/08/2026

Gurawa gaara mullataa 🥰

27/08/2026

Higaawoo Birraa Oromiiyaa jarri maalirra gahan gabaas akka hin dagannegaa ok 👌
Diddimtu Star

Photos from Diddimtu Star's post 27/08/2026

ZAHRAAN moo’atte! 🏆🥊

Lolli jalqabaa mo’icha Zahratiin xumurame!

Dorgommii ETFC 2, kan yaadannoo injifannoo Adwaa kabajuuf haala ho’aa fi miidhagaa ta’een gaggeeffamaa jiruun, lolli dubartootaa Muay Thai kan namoonni hedduun hawwiin eegaa turan ifatti xumurameera.

Lola dorgommii cimaa fi teeknika hedduu qabu kana keessatti, loltuun fi jiddutti gaggeeffameen injifannoo Zahraan xumuramee jira.kanaanis injifannoo galgalaa isa jalqabaa galmeessiteetti!

Baga gammadde Zahraa! 🎉🏆

27/08/2026

Magaalaan tun Essa? mee naaf himaa yaa dhiiro 🥰
Diddimtu Star

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Harar