Badhaadhina jachuun hojiidha
Badhaadhina jachuun qabatama
Badhaadhina jachuun ifaajjiidha
Badhaadhina jachuun sababa
Badhaadhina jachuun nageenya
Badhaadhinni kan hunda keenyaati
Kanaafuu Badhaadhinaa wajjiin kara fuulduraatti haa yaanu
Front went
I am ledger , casher
04/06/2025
Namni hin beekkamo garuu ni jijjiirama
Ani jachallee isiniin jachuu niin qaanfadha haatahu immoo jawar mahammadii fi marroo dirribaa jachuun
Gocha badaa raawwachaa jirtan kanarraa of qusadhaa maaliif jannaan isin eenyu bakka buutanii qabsooftan nuti ummanni oromoo ganaa qabsoo dinagdee fi misoomaa yoo taate male qabsoo bilisummaa hin barbaannu maaliif jannaan yoo kursii feetan isiniifis abiyyii Cinaan tan irra teessan isiif haa tol famtuu malee kun hinaaffaafi obboleessa keessanitti dadhabuu natti fakkaata male nuuf qabsaawu natti hin fakkaattu kanumaafu jawariis yoo oromoof kan qabsaawu taate maallaqa kitaaba irraa arkattesaniin invasti godhii kaanpaanii guddaa takka banii biyya ceesisi
Marrooniis maallaqa maqaa qabsootiin ummata oromoo biyya alaa jiran irraa guurte walitti qabatte san biyya keessatti kaanpaaniiwwan adda addaatiin banii injifannoon koottu malee qawwee fi ulee qabsoo jarraa 20 duraa tana dhaabaa nuti akka ummata oromootti waaye qabsoo biyya itoophiyaatti roga siyaasaatiin mil koofnee jirra amma roga dinagdeetiin qabsoo jalqabnee kanumaafu qabsaahoota akka yaadata juneyidi , mukriyaa hayile , abdii raggaasaa fi k,k,f irraa fakkeenya furadha karasiin koottaa
Garuu yoon isin mufachiise dhiifama naaf godha
Ummanni oromootiis waankana likkitti hubadha
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sabontu Chora, Gādīsâ Bîrhāñû Tádė, Ahmaddiin Oromoo, Fate Abdulah, Naol Bushura, Meseret Mezgebu, Abeyezid Jimma, Barree Galgalo, Kiyaa Kitata, Gurachaa Kibba Oromiyaa, Shamsaddiin Abdallaa, Eyasu Tilahun, Abdul Basix She Ahmed, Jaal Birmataa Diddaa Roorroo, Saadaam Oro Lij, Mudin Kalifaa, Ballaxaa Ajjamaa
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ayeksi Mosisa, محمد حسين قاسم, Abdii Borii, Miskiya Kedir, Oromiyaa Jituu, Mohammed Abdi Mume, Yadetisha Man, Habib Shubee, Yaa Rabbiikoo Naaf Dirmadhu, Toofiq Nassir, Samu'el Tasfaye, Hasan Adan, Acee Baalee, Goliad Bul Bir, Jema Huseen, Hinyaa Mohamaad
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ibrahim Nasir, M Marwaan Tofiq, Tolesa Ergabus
Kabaja Guyyaa marsa 4ffaa hundeeffama partii badhaadhina dargaggoota magaalaa maayaatii fi hoggan toota sadarka sadarkaan jiranii waliin haala bareedaa fi dargaggoonni keenya dinagdee nan horadha nan misooma nageenya waaraafi aman siisaa tahe bara fuuldura keenya jirutti nan mirkaneessa jayuun waajjira muummee bulchiinsa magaalaa maayaatti kabajaa oolan
Kana sababeeffachuudhaan xiyyeeffannaa barana mootummaan dargaggootaaf kanne ilaalchisuudhaan dargaggoonni keenyaas abboottii qabeenyaa tahuudhaaf qabsoo dinagdee cimaa godhuun osuma ariyanii qabuu dandahanii sooreessa tahanii akka in vestimentiiwwan garaagaraarratti bobbahan murteessaniiru
21/10/2024
we have got our horse back and it still explains what is left for us outside and we will get it all back
21/10/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harar
AWEDAY
14/11/2024