Negele Arsi Football Club Fans

Website

Negele Arsi Football Club Fans Here's Negelle Arsi Football Club Fans official Page.Please follow our official page to get news, updated information about our clubs

20/09/2026

Sambata gaarii qabaadhaa!

19/09/2026

Marii kallattii dhimma worqaa eenyummaa deeggartoota kilabichaa

🏆 4th MASALA AWARDS — NOMINEES ANNOUNCEMENT 🏆Please, Vote Alegenta Markos , he is one of the best player of Negelle Arsi...
19/09/2026

🏆 4th MASALA AWARDS — NOMINEES ANNOUNCEMENT 🏆

Please, Vote Alegenta Markos , he is one of the best player of Negelle Arsi FC.

⚽ BEST MALE FOOTBALL PLAYER FROM KAMBATA ZONE

https://t.me/visit_kambata/5152?option=NA

17/09/2026
Woldorgommii Pirimeerliigii Itoophiyaa bara 2019tiin taphoota Guchiiwwan torbeewwan afuriif walitti aansanii taasisan. G...
17/09/2026

Woldorgommii Pirimeerliigii Itoophiyaa bara 2019tiin taphoota Guchiiwwan torbeewwan afuriif walitti aansanii taasisan. Guchiiwwan qabxii meeqa ni sassaabbatu jettanii yaadduu?

1️⃣ 👉 ቅዱስ ጊዮርጊስ2️⃣ 👉 ኢትዮ ኤሌክትሪክ3️⃣ 👉 ኢትዮጵያ ቡና4️⃣ 👉 አዳማ ከተማ
17/09/2026

1️⃣ 👉 ቅዱስ ጊዮርጊስ
2️⃣ 👉 ኢትዮ ኤሌክትሪክ
3️⃣ 👉 ኢትዮጵያ ቡና
4️⃣ 👉 አዳማ ከተማ

ምዝገባ  ጀምሯል​የነጌሌ አርሲ ከተማ እግር ኳስ ክለብ የ2019ደጋፊዎች ምዝገባ  ጀምሯል። ለምዝገባ አንድ ፎቶግራፍ እና 700 ብር ይስፈልጋል:: ​ለተጨማሪ መረጃ፡ 0916790873/0916...
17/09/2026

ምዝገባ ጀምሯል

​የነጌሌ አርሲ ከተማ እግር ኳስ ክለብ የ2019
ደጋፊዎች ምዝገባ ጀምሯል። ለምዝገባ አንድ ፎቶግራፍ እና 700 ብር ይስፈልጋል::
​ለተጨማሪ መረጃ፡ 0916790873/0916109673

Galmeen eegaleera..!Galmeen deeggartoota Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Nageellee Arsii kan bara 2019 eegaleera. Galmeef...
17/09/2026

Galmeen eegaleera..!

Galmeen deeggartoota Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Nageellee Arsii kan bara 2019 eegaleera. Galmeef suuraa tokkoofi qarshii 700 ni barbaachisa.
Dursitanii akka galmooftaan koreen deeggartoota kilabichaa isin yaadachiisa.

Odeeffannoo dabalataaf:
0916790873
0916109673

Ramaddiin Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemiiwwan filataman torbatti taphatamu Fulbaana 7 baha...
09/09/2026

Ramaddiin Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemiiwwan filataman torbatti taphatamu Fulbaana 7 baha jedhame

Dorgommiin Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 kilaboota 18 hirmaachisuun Fulbaana 30, bara 2019 eegalama.

Dorgommichi Istaadiyeemiiwwan filataman 7tti akka gaggeeffamu, Waldaan Aksiyoonaa Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa beeksiseera.

Isaanis:

 Istaadiyeemii Finfinnee

 Istaadiyeemii Yunivarsitii Saayinsiifi Teeknoloojii Adaamaa
 Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaa

 Istaadiyeemii Baahirdaar

 Istaadiyeemii Halaabaa

 Istaadiyeemii Hosaanaa Abiyyuu Ersaamoofi Istaadiyeemii Yunivarsitii Arbaaminci Damee Abbaayaati.

Ramaddiin dorgommii Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Fulbaana 7 kan gaggeeffamu tahuus Waldaan Aksiyoonaa liigichaa odeeffannoo har’a baaseen beeksiseera.

የኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ በተመረጡ 7 ስታዲየሞች ይካሄዳል !መስከረም 30 የሚጀምረው የ2019 የኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ ውድድር በተመረጡ 7 ሜዳዎች እና በተዘጋጁ 6 ቋቶች በሚወጣው እጣ መሰ...
09/09/2026

የኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ በተመረጡ 7 ስታዲየሞች ይካሄዳል !

መስከረም 30 የሚጀምረው የ2019 የኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ ውድድር በተመረጡ 7 ሜዳዎች እና በተዘጋጁ 6 ቋቶች በሚወጣው እጣ መሰረት የውድድር አመቱ መርሐግብር እንደሚዘጋጅ ሲገለጽ ከዛ አስቀድሞ የእጣ ማውጣት ፕሮግራም መስከረም 7/2019 ዓ.ም እንደሚደረግ አወዳዳሪው አካል ይፋ አደረገ !

ለሊጉ የተመረጡ ሜዳዎችም:-

1, አዲስ አበባ ስታዲየም
2, አዳማ ሳይንስ እና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ ስታዲየም
3, ሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ ስታዲየም
4, ባህርዳር ዓለም አቀፍ ስታዲየም
5, ሀላባ ስታዲየም
6, ሆሳዕና አብዩ ኤርሳሞ ስታዲየም
7, አርባምንጭ ዩኒቨርሲቲ አባያ ካምፓስ ስታዲየም ናቸው።

Address

Negelle Arsi, Oromia
Negele
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Negele Arsi Football Club Fans posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category