19/04/2026
Gaagaataa dhiisaa warri istudiotti fiigaa jirtan dhaabbadhaa.
sirbuma galmee seenaa kana walbiraan gahuu yaalaame.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Urjii Jimmaa, Amateur Sports Team, Oromia Region.
19/04/2026
Gaagaataa dhiisaa warri istudiotti fiigaa jirtan dhaabbadhaa.
sirbuma galmee seenaa kana walbiraan gahuu yaalaame.
17/04/2026
19/01/2026
sher subscribe hidagatinaa Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
27/08/2025
23/08/2025
Tibbana dhimmi weellisaa Ayano Buntee fi weelisaa Ibro Ibsaa karaa midiyaa hawwaasaa irratti ajandaa guddaa ta'a jira. Hata'u malee namoonni itti dhiyeenyan jirtan maalif dhimma isaanii kana ilaalufii diddan.
Dhuguma dubbiin dhimma maallaqaa fi yeedaloo wal jalaa fudhachuutimoo dhugumaan wel ibroon dhimma gandummaa jidduu gale.
25/03/2025
Very Confidential‼️
I just got a call from my contact informing me that this morning, Ethiopian Prime Minister Dr. Abiy Ahmed and Israeli Prime Minister Benjamin Netanyahu spoke over the phone. They discussed the bilateral relationship between Ethiopia and Israel, focusing on how the two nations could collaborate to combat terrorism in the Red Sea region and its surroundings. Both leaders agreed that Ethiopia should have access to or ownership of a portion of the Red Sea to effectively support their joint anti-terrorism efforts.
This conversation follows after a recent meeting in Jerusalem between Ethiopian Foreign Minister Dr. Gedion Timothewos and Israeli Foreign Minister Sa’ar, which took place on March 12, 2025. The Israeli foreign minister is expected to visit Addis Ababa in the coming days to sign a bilateral agreement.
Walloo
Gooticha Seenaa addaa galmeesse !!
Fiinxaaleyyii Faannoo konkolaataa karaatti dhaabuun ummata darartu kurkursuun konkolaataa isaanii fuudhee qe’eetti gale.
Fiinxaaleyyiin kunniin karaatti ummata dhaabuun namoota waraqaa eenyummaa Oromoo agarraan ni saamu, ni ajjeesu ni booji’u.
Muhammad dhalataa Walloo kan ta’es karaatti dhaabsifame garee kanaan.
Battaluma konkolaataa keessaa bu’een hidhattoota Faannoo 8 gogombisuun konkolaataa isaanii booji’ee gara qe’ee isaatti deebi’ee seenaa dalage.
Ilma Warqituu!
04/12/2024
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (Urjii Jimmaa)
Atileet Dirribaa Margaan sanada sobaan qabiyyee nama biroo Birrii miiliyoona 700tti gurguruuf walii galuu isaan hidhaa cimaa waggaa 3 fi baatii 4 adabamuu ibsame.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Lidataa Dhaddachi dhimmoota Malaammaltummaa ramaddii 2ffaa oolmaa har’aan Atileet Dirribaa Margaa hidhaa Cimaa Waggaa 3 fi Baatii 4’n adabeera.
Manni murtichaa ragaa abbaan alangaa dhiyeesse qorachuun himatamtoonni dhimma ittiin himatamaaniif ragaa ittisaa akka dhiyeeffatan yaada murtoo kennus ittisuu dhabuu isaaniin murtii balleessummaa dabarseera.
Yaadoota adabbii xiqqeessan bitaa mirgaa erga dhaggeeffatee booda himatamaan 1ffaan Atileet Dirribaa Margaan hidhaa cimaa waggaa 3 fi baatii 4, akkasumas Birrii kuma 5 adabeera.
Himatamaa 2ffaan Aadde Manbaree Abbabaan ammoo hidhaa cimaa waggaa 2 fi baatii 9, akkasumas maallaqa Birrii kuma 3 akka adabamtu itti murteessuu ibsameera.
Dawoo Tube gabaase.