Oromoo Deggartoota YNWA LFC$

Call Website

Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ 🇬🇧 liverpuul mootii England 🇬🇧
➕You'll Never walk Alone➕

Ijoollee liveti fi garee biyyaalessaa frence tapha edaa Italy waliin qabxii qoddataniin Jeremy Jacquet gahumsa bareeda a...
03/10/2026

Ijoollee liveti fi garee biyyaalessaa frence tapha edaa Italy waliin qabxii qoddataniin Jeremy Jacquet gahumsa bareeda agarsiise jira.
🔥 What I boys ❤️

Hiriira garee biyyaalessaa Frence fi Italy kana fakkata.Mucaan diima Jeremy Jacquet jalqabaarraa hiriire Jira carraa gaa...
02/10/2026

Hiriira garee biyyaalessaa Frence fi Italy kana fakkata.
Mucaan diima Jeremy Jacquet jalqabaarraa hiriire Jira carraa gaarii Frence.

🚨Mootiin kubbaa milaa yeroo hundaa The goat Lionel Messiin Dr.kabajaa unaversitii biyya isaa irraa fudhachuuf jedhame.🛑J...
02/10/2026

🚨Mootiin kubbaa milaa yeroo hundaa The goat Lionel Messiin Dr.kabajaa unaversitii biyya isaa irraa fudhachuuf jedhame.
🛑Jallaattonnii fi deggartoonni The goat Lionel Messi jira jedha.

🚨Oduu Haraawa.✅ Uuf Cody Gacpo midhama cimaa waan kessummesseef torbee 10 nif dirrerra ni fagaata jedhame Jira.🛑Me warro...
30/09/2026

🚨Oduu Haraawa.
✅ Uuf Cody Gacpo midhama cimaa waan kessummesseef torbee 10 nif dirrerra ni fagaata jedhame Jira.
🛑Me warronni akka kiyyaatti dubbiin tun isin nasiftee.😂

🛑 Liverpool kilaba muca Alex Scott kana ni barbada jechaa jiran garuu mucaan kun osoo dhugaa ta'ellee bay'ee bareedaadha...
30/09/2026

🛑 Liverpool kilaba muca Alex Scott kana ni barbada jechaa jiran garuu mucaan kun osoo dhugaa ta'ellee bay'ee bareedaadha me namoonni akka kiyyaatti muca kun Taphni isaa isin hawwatu jirra jedha.

🚨Muca Kenna qashti fi garee biyyoolessaa Spain 🔥
30/09/2026

🚨Muca Kenna qashti fi garee biyyoolessaa Spain 🔥

🚨Taphni egalee daqiiqa lamattii ara lamine yamal taphata akkamitii Balandor yamal 🔥
29/09/2026

🚨Taphni egalee daqiiqa lamattii ara lamine yamal taphata akkamitii Balandor yamal 🔥

🛑Jallattoonni kilaba guddaa England Liverpool hundinuu kottaa me akkanaa ha gonuu.🚨  kanatti fayyadamuun wal haa guddifn...
28/09/2026

🛑Jallattoonni kilaba guddaa England Liverpool hundinuu kottaa me akkanaa ha gonuu.
🚨 kanatti fayyadamuun wal haa guddifnu comment jalatti jechuun qofa haa barreessun nama akkas jedhee barreesse follow gochuun wal haa guddifnu let's go.

🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: ❌️ Koodii Gaakpoon sababa miidhamaa taphicha daqiiqaa 18ffaa irratti addaan kutee baheera.!Maluma tun yaa jar...
27/09/2026

🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:

❌️ Koodii Gaakpoon sababa miidhamaa taphicha daqiiqaa 18ffaa irratti addaan kutee baheera.!
Maluma tun yaa jarana.

Address

Deggartoota Liverpool
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share