03/05/2024
🚨BREAKING: Cristiano Ronaldo is currently favourite to win the 2024 Ballon d'or if he wins the Euros 🤯🐐
📲 Download, Sofascore app to enjoy all football update and LiveScore: https://app.sofascore.com/nixz/AhmNsikan
03/05/2024
Mohammed Kudus is the only player in Europe's top five leagues this season to reach 100+ successful dribbles 🔥
Via ESPN Africa
03/05/2024
Saalaa waliin 'rakkoon ture guutummaatti furameera' jedhe Kiloop
********
Leenjisaan Liiverpuul Yargan Kiloop jifataa isaa collee Mohaammad Saalaa waliin dhibdeen torban darbe keessa galan furamuu dubbate.
''Guutummaatti furameera. Amma rakkoon hin jiru. Osoo yeroo dheeraaf wal hin beeknu ta'ee akkamiin akka furuu dandeenyu hin beeku, yeroo dheeraaf wal beekna hedduus wal kabajna'' jedhe ibsa miidiyaaleef kenne keessatti.
https://bbc.in/44reWNu
03/05/2024
Roberto Firmino and Riyad Mahrez help Al-Ahli put FOUR first-half goals past Damac in the Saudi Pro League.
03/05/2024
Israa'el daa'imman ol adeemoo haala sukaneessan ajjeesuusheef qorannoon BBC saaxile
Kun ammoo yakka waraanaan gaafachiisa jedhameera.
=======
BBCn turtii qorannoo ji'a shaniif Weest Baank keessa taasiseen, ragaalee baayyee loltoota Israa’el gaaffii keessa galchan argachuu danda’eera.
Fakkeenyaaf, BBCn oppereeshinii waraanaa kaampii baqattootaa Tukaariim keessatti gaggeeffame sa’aatii 45 fudhate argeera.
Gochawwan loltoota Israa’eliin buufata baqattootaa Tulkaarim keessatti raawwataman seera idil-addunyaa kan cabsanidha jedha.
Kunis daa’imman billaatiin doorsisuu dbalata.
Oppereeshinii loltummaa kaampii baqattootaa kana keessatti taasifame biraatiin, loltoonni Israa’el dargaggeessa loltuu Filisxeemidha jedhame tokko erga ajjeesanii booda reeffa isaarratti fincaa’aa turan. Daandiirras harkisaa turan.
BBCn kana warra ijaan arganirraa dhaga’eera.
BBCn funyoo (haada) reeffi kun ittiin hidhame, akkasumas uffata dhiigni isaa irratti dhangala’e argeera.
Dubbifadhaa
⬇️⬇️
https://bbc.in/4a6b99J
02/05/2024
Cristiano Ronaldo for Al-Nassr this season:
🏟️ 45 matches
⚽️ 44 goals
🎯 12 assists
02/05/2024
Cristiano Ronaldo sends Al Nassr to the final. 🐐
17/09/2019
Van the man is man united