Garuma Diribi Abebe

Call Website Contact the business

Garuma Diribi Abebe NO PAIN NO GAIN!! Studied at Haramaya University

15/09/2026
13/09/2026

Amboo yeroo yaadattu maaltu sammuu kee keessatti sitti dhufa?

Dubbiin hayyuu kanaa reef turee naaf gale.Waa dafee waan naaf hin huubatamneef natti fakkaata!.Buraaburreen kun feetu ba...
11/09/2026

Dubbiin hayyuu kanaa reef turee naaf gale.Waa dafee waan naaf hin huubatamneef natti fakkaata!.Buraaburreen kun feetu baruma haaraa kanatti guutummaan yoo ta'uu baate gartokkollee osoo wal fakkaate hawwii keenya!

Ambo Ambaa lafaa; Qe’ee warra Liiban Maccaa! Qe’ee warra torban Kuttaayee! Faajjii Qabsoo Oromoofi Oromiyaa!Lafa gootota...
08/09/2026

Ambo Ambaa lafaa; Qe’ee warra Liiban Maccaa! Qe’ee warra torban Kuttaayee! Faajjii Qabsoo Oromoofi Oromiyaa!
Lafa gootota mirree biqilchiteefi warra sabaaf jiraate kabajaan simattuufi gaggeessitu. Ambokoo!❤️🙏🔥

kun seenaa dha!

Qabsooftuu fi sabboontuun Oromoo aartist Ilfinesh Qannoo addunyaa kanarra lubbuun boqotan😭.Jabaataniif du'a hin oolani a...
06/09/2026

Qabsooftuu fi sabboontuun Oromoo aartist Ilfinesh Qannoo addunyaa kanarra lubbuun boqotan😭.Jabaataniif du'a hin oolani ayyaantummaan kee dhalootaaf haa darbu.
Nagaan boqodhu😭😭😭!

calendar gaafa Irreechaa akka cufamu ta'uun natti toleera❤
22/08/2026

calendar gaafa Irreechaa akka cufamu ta'uun natti toleera❤

Kilabii bulchiinsa magaalaa Baallammii fi Hurutaa jidduutti taphni eegaleera.Midakoo milkaa'aa❤❤!
20/08/2026

Kilabii bulchiinsa magaalaa Baallammii fi Hurutaa jidduutti taphni eegaleera.
Midakoo milkaa'aa❤❤!

Otoo isin abdannuu bishaan nu jala yaastaniree?😁😁Waan gootaniif isintu beekaka.Garuu imaanaa biyyaa gatuu fi ganuun hin ...
29/07/2026

Otoo isin abdannuu bishaan nu jala yaastaniree?😁😁
Waan gootaniif isintu beekaka.Garuu imaanaa biyyaa gatuu fi ganuun hin cimuu yaa 70??

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garuma Diribi Abebe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garuma Diribi Abebe:

Shortcuts

Share