16/04/2024
Baratuun Jannanni Argama
'ibaa
Assalaamualeeykum Warahmatullahi Wabarakaatuh
Oduu Gammachiisaa Hawaasa Magaala Nairobi tii fi Naannawa Isii Jiraattan Maraaf.
Jam'aa Gaaddisa Islaamaa Akkuma Amman Dura Muhaadaraalee Fi Sagantaalee Adda Adda Isiniif Qopheessaa Turetti Ammaas Muhaadaraa Ajaa'ibaa Sababaa Baniinsa Darsiileetin Wal Qaabatee Muhaadaara Mata Dureen Isii "Ilmii Baratuun Jannanni Argama"Jettu Qopheessee Isin Eegaa Jira
Khanaaf Warreen Magaalaa Nairobi tii fi Naannawa Isii Jiraattan Hundi Keessanuu Sagantaan Bareedduun Tun Akka Isin Hin Dabarre Khabajaafi Jaalalaan Isin Afeerra
Guyyaan//Khamisa Ganama
Sa'aa 3:00 (9:00Am)
April 18th / Iddoon Masjiida Kharaa Lamaa ( Oromo Mosque )
25/08/2021
“ABIY AHMED walgayiirratti afaan isaatin akka Oromoon cabu natti dubbate. Oromoon na hindeeggaru taanan ni caba, waggaa kuma tokkoof akka hinkaanettin cabsa’ naan jedhe. Kana afaanuma isaatin naan jedhe.” Dr Milkeessaa Miidhagaa qondaala ODP duraanii amma OMNrratti.
22/07/2021
Sunnaa Salaata Fardii yeroo kam Salaanna?
•••
Salaata halkaniitti aansee Salaanni Sunnaa Salaata Fardii boodaan Salaannu mindaa gaarii qaba. Sunan-arrawaatib jedhama. Sababa Salaata kana Salaatuutin Jannata keessaa manneen badhaafamna. Yeroon Salaata kanaa..
• Salaata Subhii dura Raka'aa 2
• Salaata Zuhrii dura Raka'aa 4. Raka'aa lama lamaan adda babaafnee Salaanna.
• Akkasuma Salaata Zuhrii booda Raka'aa 2
• Salaata Maghribaa booda Raka'aa 2
• Salaata Ishaa'ii booda Raka'aa 2
Eegaa haala kanaan Raka'aa 12 Salaanna jechuudha. Akkuma garru kana Salaata Asrii duraafi boodaas humaa Salaanni Sunnaa Salaannu hin jiru.
Hadiisa haati Mu'mintootaa odeysiteen ergamaan Rabbiiﷺ "Halkanii fi guyyaa keessatti namni Salaata(Sunnaa) Raka'aa kudha lama Salaate, sababa Salaata kanaatin Jannata keessatti manaatu jaaramaaf" jedhe. [Muslimtu gabaase]
عن أم حبيبةَ أمِّ المؤمنين رضي الله عنها قالت: سمعتُ رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول: ((مَن صلَّى اثنتَي عشرةَ ركعةً في يومٍ وليلةٍ؛ بُنِي له بهن بيتٌ في الجنة))؛ رواه مسلم
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
23/05/2021
As wr wb akkam jirtan ilmaan oromo jiruun biyya ormaa bayee ulfaata kanaaf obsaa wal jajjabessaa
Shagge badiyyaa
Sports & recreation