Arsenal Oromia

Arsenal Oromia

Share

Football

18/01/2018

Breaking : Arsenaal Abuiyaang waliin waggaatti €Miliyoona 10niin waliigaluusaa 101 best goal .com gaazexaa xaaliyaan wabeeffachuun beeksise.
Dortmund sagantaa shakallii keessaa isa haquus fuula fb kilabichaarratti maxxaneers.
Kan saanchez fi yuunayitidis sa 'aatii muraasa booda akka xumuramu odeeffamaa jira.
Mikitaariyaanis arsenaal waliin waliigaluu odeeffamaa jira.

11/08/2017

Wooooow

07/12/2016

Arsenal dirree isaatin Ala Gare Basel gooli 4 fi 1 moohudhan hinjifaanno guddaadhan garee isaa keessa 1ffa bahe gara ramaddi itti anutti dabre jiraa wooow
Arsenal 4 vs 1 Basel
Goal Lucas prez # hatric
Iyobi # 1

20/10/2016

Arsenal clabi biyyaa Bulgaria lodogprents razgrad taphaa champions League tiif dirre offiiratti kessuumesse goal 6 fi 0 gahumsa gaarin mohachuudhan of'aafo safiisu isaa itti fuufe jiraa

15/10/2016

Arsenal taphaa toorbe 8ffa premiere leag ingland swans city wojjin goodhen taphicha hinjifannon xumure jiraa.
Namni taphaa kana laaluf hire hin argatin highlight kana dawadha
Arsenal 3 VS 2 swans city
Walcott -2
Ozel -1

01/10/2016

Lenjiisan Arsenal Arsen wenger Arsenalin lenjiisu Erga jalqabe woggaa 20ffaan isaa har'a
Eega har'a kabajata jechuu

Photos 30/08/2016

MUSTAF # # BAGA NAGAYAAN DHUFTE

Photos 30/08/2016

Baga nagayaan dhufte

Photos 05/07/2016

Eid Mubarak degartoota arsenal kanmusslima tataan hundaaf

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Riyadh?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Riyadh