Wushu is my life

Wushu is my life

Share

Wushu Kung-Fu Martial Art 🇨🇳
KUNG-FU is my Hobby ☯️
Sport team

13/03/2026

Giddugala Leenjii Maarshaal Aartii Wushu Kung-Fu Abdii Boruu chachoo
Bitootesa 6-2018
Sirna Eebba Guddaa Galmaa Univarsitii Amboo kampasii Hacaaluu Hundeessaa kessaati haala adda ta`een qophaa`ee jira.
Jaalattoonni Maarshaal Aartii hundi keessan akkasumas Hawaasni magaalaa Amboo fi nannawaa ishee akkasumas kan biyyoota garagaraa hirmaachuu akka dandeessan affeerraa guddaa isiniif taasisneerra.
💥

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Ambo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Ambo