11/30/2024
A dominant London derby win ⚡️
Football fans entertainment��
11/30/2024
A dominant London derby win ⚡️
11/30/2024
⚫️ 𝗧𝗘𝗔𝗠𝙉𝙀𝙒𝙎 🔴
🇪🇸 Raya between the sticks
🇮🇹 Jorginho in midfield
🇧🇪 Trossard returns out wide
Let’s do this - COME ON YOU GUNNERS 👊
11/26/2024
🔴⚪️
Arsenal put on a show 🔥
11/10/2024
Hirriirri keenya hardha galgalaa kana fakkaata😍.
Odegaard deebi’ee jira✊🏽.
Carraa gaarii Garee keenya jaalatamaaf hawwina🔴⚪️🔥🔥
Gaafa Yeroo dhumaatiif Chelsean Arsenal dirree ofiirratti moote,
Haile Maariyaam mangistii xoophiyaa ture 2018😂
11/09/2024
Yoom Arsenal deeggaruu jalqabde?
Arsenal sababa maaliif filannoo kee ta’e?
Comment keessan hundaa ni dubbifna nuuf barreessaa galatoomaa🙏. 🔴⚪️
11/06/2024
Hardhas hin taane.
Rakkoon Arsenal maal jettanii yaaddu?
It ends in a narrow defeat in Milan.
Thank you for your support tonight, Gooners.
11/06/2024
Carraa gaarii🔴⚪️
🔴 𝗧𝗘𝗔𝗠𝙉𝙀𝙒𝙎 ⚪️
🔙 White returns
©️ Saka skippers the side
💪 Odegaard back in the squad
Full focus for 90 minutes 👊
https://arsn.al/HnXhd2S
11/05/2024
Dursaan keenya Martin Odegaard miidhamarraa deebi’e♥️🔴⚪️
11/04/2024
🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Daarektarri kubbaa miilaa Arsenal kana ta’e Edun Arsenal gadi lakkisee deemuuf jedhame.
11/02/2024
Carraan premier league injifachuu keenya raawwaterra fakkaata, tapha fokkataa ture.😡
11/02/2024
Hiriira keenya hardhaa. Qaqalloo ijoollee Arsenal mirgaan galaa😍✊🏽 🔴⚪️