Oromiyaa Biyya Koo

Oromiyaa Biyya Koo

Share

Oromoon tokko

12/24/2025


Akkamittiin caalii
Nadhagahu didda!
Caalii sanyii dhiiraa
Caalii sanyii guddaa!
Warra dur lammiin kee
Tufee lafa ka'ee
Ajjeesu hin dibanne
Gafarsaa gaditti saawawatti lakka'ee
Yeroo yoo argatee raadiyoon
si waadee qawween si akaaye
Hammam lammii keetiin
Waligaltee dhabdee mana gumaa lixa
Ilmaa
Jedheeto Afaan kooti haa
hafu kan #5 tahe dhufu jedhe!

JL Oliiqaa

09/06/2025

“Yaalii Ajjeechaa Mana Hidhaa Keessatti Taayyee Danda’aa Irratti Aggaamame” irratti 5:00 PM ET irratti dubbii Dr Milkessa Gemechu fi Dr Etana H. Dinka taasisan akka daawwattan kabajaan isin affeerra.

Daqiiqaa 50 booda jechuudha.

https://www.youtube.com/live/lDwLVUB3VRM?si=jM69o0CGqAWbNHS3

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in San Francisco?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Live In Oromiyaa
San Francisco, CA