Murtii Comedy show

Murtii Comedy show

Share

please follow me 🙏

17/02/2025

Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!

1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.

2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.

3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.

4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.

5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu).

Please follow me 🙏

07/02/2025

# # # # # #✔️💫🙌🙌❤️

Photos from Murtii Comedy show's post 07/02/2025
07/02/2025
Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Aden?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

المنصورة - شارع التسعين - بجانب ناينتي مول
Aden