Arsii Oromiyaa

Arsii Oromiyaa

Share

Fuula kanarratti kan laalamu duudha oromoo kan ganamaati

28/06/2022

Oromoota bahaa fii dhihaa jirra jirtuu?
fayyaan keessan badhaadhaa?
akkam nagumaa?
Fuulli kan kan uumameef hanga danda'ameen barnoota aadaa oromoo wallif qooduufi
Like
Comment
Shar
Gochuun nu deeggaraa.

Asjmaanuu gaaffii tanaaf deebee kenna.
Uffanni aadaa suuraa irratti argitan kun kan kutaa kamiiti?

27/06/2022

Oromoo kutaan osoo wal hin qoonne fuula kana irratti affeeramtanii jirtan.
Itti hirmaadha
Fuulichis Kan ilaaluu Duudha oromoo qofa osoo amantaa kamiinuu wal hin dhiibne tayuu isaa isin beksisuun barbaada.
Galanni keessan guddaadha.

Fuula oromoo tayuu kee qofaan
Like
Share
Gochuu hin irraanfatinaa.
Horaa Bulaa
-aadaa-kutaa-harar-irraa -Fudhatame

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Haddah?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Karaa 60
Haddah