Obsan warrooman

Obsan warrooman

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsan warrooman, Public swimming pool, Yeman, Sanaa.

19/06/2022
31/05/2022

Aswrwb akkam jirta barru dubbiftoonni afaan oromo barreeffamicha dubbistu malee bira hin kutin yaanamni kaayyoo qabda ilma nama taatee rabbiin ergi addunyaa kanarratti SI umee kiristaanaas ta,e muslimni amanti biraa qabaattee dhaggeeffadhi yoo laalan mixiin ija qabdii baananii sifayyaddii .wanniin isiniif dhaamu yaa nama fayyaa qabdu kan waadhabaaf sammuu of nyaatee ifrakkisee namallee rakkise wanni ATI godhuu qabdu waanbiraatii miti dhagayi yo nama qabu agarte hinaffaa yo dhiiftee anilleen waan rabbiin naaf qoode hin dhabuu beyte ammalle kan fayyaa hin qabne qabeenya dhiisee fayyatti haajamu laali kan SI uume galatoomfadhu ammalle waandalaydu keessatti hifannaan maletti hojjadhu yeroo dhiftu San maaltu itti nakaasee yaadadhu fuuldurri Kee ifaa beeki ammaaf fida jatte ofin rakkin rabbiitu jira ammalle yeroo arkatte Ykn guddatte kan sii gadii ilaali rabbiitu Aaghiraa teetiif bakka siif kennaa kinni. Dhabdu qabaachuuf tattafadhu rabbiiin siif haa laaffisu yaa nama toltuu namaaf yaadde.yo sittole sher godhi jakallaa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Yeman
Sanaa