02/09/2024
Dhugaadhaa Yaa Rabbii Najaa Nubaasi
Rakkachuun numa jira
Garuu Rakkinni walii lama
Rakkoon isiin galgala keessaa kun baayyee fokkifti
Maatii erraa dhalanne dagachuun fafa.
GALGALA RAKKACHUU RABBI NUHAA BARAARU.
20/04/2023
Warra Barana Kan Bara Heddu Rabbi Nuhaagodhu
Eid Mubarak
18/04/2023
Mee Jarri Kun Qur'aana Wal Qaraasisaa Jirumoo
Waan Biraati Laata
Mushkilaadhawoo🤔😘
18/04/2023
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatu
Rabbiin Duniyaaf Akiraa
All Muslim Haa Milkeessu
Amiiiiiiin 🤲 🤲 Amiiiiiiin
Amiiiiiiin 🤲 🤲 Amiiiiiiin
07/04/2023
As Wr Wb
Rabbi Kayri Ramadanaa
Kan Dabarsine
Kan Nuhafe
Hundaa Nuhaa Argachiisi
Amin🤲🤲🤲
07/04/2023
🍎Sallaallahu 🍒alayhi 🍑wasellem