Oduu Ispoortii

Oduu Ispoortii

Share

AFAAN KEENYA GAMA HUNDAANU ADDUNYAATI YA MUL'ISNUU

25/02/2024



✍️ Dhukkastooni Dirreef Deeggartoota Isaan Fuulduratti Newcastle United Biyyeeti Makan πŸ’ͺ

✍️ Primeerii Liigii Ingilaand Torbee 26ffaan Tapha Arsenaal Fi Newcastle United Walitti Fide Olaantumma Warra Dhukkastootaan Galchii 4:1 Xummurame Jira.

✍️Arsenaal Taphoota As Dhihoo Taphacha Jiruu Irrati Gargarumma Galchii Baayyen Morkatoota Isaan Moo'achuun Imala Bareeda Irrati Argamu 🏹

Bagaa Gammaddan Deeggartoonni Arsenaal 🎈❀

Photos from Oduu Ispoortii's post 24/02/2024

Seena Hojjate ✍️

Kilabni Warra Jaarman Kan Taphata Duraani Garee Biyyoolessa Ispeeniif Kilaboota Akka R. Madrid, B. Munch, Liiverpool Kan Durfamuu Bayern Liverkusen Seenaa Haaraa Galmeessise Jira βœ…

Chaavi Aloonson Kan Durfamuu Bayern Liverkusen Liigota Gurguddoo Awwuroppaa Keessa Kilaba Hanga Ammaati Hin Moo'aminiidha Kilabichi Taphoota 33 Osso Hin Moo'amin Itti Fufe Jira βœ…

Seenaa Bundesligaa Jaarman Keessati Kilabni Taphoota 33 Osso Hin Moo'amin Imala Jiruu Bayern Liverkusen Qofa πŸ”₯

Chaavi Aloonson Nama Raajidha πŸ₯°

24/02/2024



Tapha Xummura Waanca Kaarabao Ingilaand Galgala Bori Isaadiyeemi Guddichaa Ingilaand Irrati Cheelsii Fi Liiverpool Wajjiin Falmatu.

Liiverpool Waanca Kan Injifachuuf Tilmaama Olaana Argate Jira βœ…

Eenyutu Injifata πŸ€”

Photos from Oduu Ispoortii's post 09/11/2023

Turtii Waggootan Booda Deebinerraa 😍

Tamsaasa Keenya βš”οΈ

Premier league ⚑
Laliga ⚑
Bundesliga ⚑
Champion League ⚑
Ethiopia Betking ⚑
Oromia League πŸ’Ž

Photos from Oduu Ispoortii's post 22/05/2022

......french league

Tapha isa dhuma psg kan taasise a.dimaariyaan deggartoota naga dhaamate jira πŸ‘‹πŸ‘‹

Dimaariyaan akkas jedhe anii neymar akka inni hidhannoo lakk 10 messiif dabarsuu itti hime jira inni imoo hidhannoo lakk 11 akka hidhata jechuu jedhe.

Goodbye Dimaariya πŸ˜˜πŸ‘‹πŸ‘‹

Photos from Oduu Ispoortii's post 21/05/2022

.........loading premeir league ❀

πŸ’™ Lammiiwwaan koo 90 carra gaarii
❀ YNWA Reds koo 89 carra gaarii
πŸ’› Tottneham koo 68 carra gaarii
πŸ’“ Dhukkastoota koo 66 carra gaarii

Tapha Addunyaan Guutuun Hawwii guddaan eega jirtu kun Borii ni goolabama πŸ™„

Tapha dhuma kanaan eenyuuti waanca Moo'ata eenyuutu top 4 xummura waliin kan ilaaluu ta'a

Kilaboota kan 4 keessa kilaboota lamaafi guyya gaarii ni ta'a lamaafi imoo guyyaa gaddaati 😯


Waliit Deebina Oduu Ispoortii like ykn sharee gochuun nuu hordofa Galatooma πŸ’“πŸ’›β€

21/05/2022

🚨 Breaking New 🚨

Kiliyyan Mbappeen Akka gara Loosbilaankoota hin Makamne Ifoomse jira Tarii Walii Galtee PSG Waliin Qabuu Ni Dheeressa jedhame eegama.


Deeggartoonii Pii-Essi-Jii Bg Gammadaan ❀❀

ODUU ISPOORTII

18/05/2022

...liver puul 2:1 southhamptanii

Deeggartoonii Liver puul Bg Irra aantan ❀πŸ’ͺ

Photos from Oduu Ispoortii's post 17/05/2022

-Ingaaland

Tapha primeeriiliigii ingaland har'a Taphatamuunii Kilabni Aab Yergenii kiloppi har'a Falmii Waanca jecha gara southhampatanii imalee taphata

Tapha Kan Liver pool injifaachuun dirqama itti ta'a tapha kan moo'anaanii Gargarumma Man.city waliin qabuu gara qabxii 1 gadii buusa.

Deeggartoonii Man.City har'a Southhamptanii Deeggaruuf hidhaan hidhatanii ka'anii jiruu 😜

Kan deeggartaniif carra gaarii ❀❀



Oduu Ispoortii ❀

Photos from Oduu Ispoortii's post 17/05/2022

πŸ‘‹πŸ‘‹ Lorenzoo Insinyeenii Kilaba yeroo dheeraafii keessa turee Napoli tapha isa Xummura Garichaafi Taphatee jira

Photos from Oduu Ispoortii's post 16/05/2022

πŸ‘‹πŸ‘‹ Tapha Xummura Pauloo Dybala Kilabichaati naga dhaamate. 😭😭😭πŸ˜₯❀

Photos from Oduu Ispoortii's post 16/05/2022



Gootni Ajax
Gootni Liver pool
Gootni Baarseeloonaa
Gootni Atleetikoo Madrid Guyyaa Kaleessa haala gara nama nyaatuun Kilaba isa Naga dhaamate jira Luis Suaarez πŸ˜₯πŸ’ͺ

Pauloo Dybaalan kaleessa deeggartoota Juventus naga dhaamate jira πŸ˜₯

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Dubai?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Addis Ababa
Dubai
LONDON