Yoni Really Boy

Yoni Really Boy

Share

Foot Ball

08/25/2022

Milkaa'inni mana kiraadha!

Milkaa'inni gatii kaffaluu gaafata, yeroo hunda waan argachuu barbaannuuf carraaquu qabna, guyyaa guyyaan waan isaaf malu kennuu qabna! Waan al tokko galma ga'ee dhaabbannee ilaaluu dandeenyu miti, har'as ta'ee borus bu'uurarraa guddifachuu qabna.

08/25/2022

☑️ Pirimeeliigi Ingiiliz torbeen 4ffaan kunooti
Manchestar unaatid torbee darbe milkaa'un amma torbee kanaaf immoo Sahuzaapitan waaliin saati 8:30 ijibbaata falmaatu

✔️Taphooni baayyeen saati 11:00 ni eegalu fakkeenyaaf Liverpuul kilaabni bara kana tapha sadiin gooli galche qabxi 3 osoo hin argatiin sad 16ffaa irraa ta'a jiru daraarama miidhama taphatoota fi kaardi diiman rakkaacha torbe arfaaffaas Bornimaa'oz waaliin falmi jaba taasisa
Manchestar Siitin torbee darbe qabxii gatees amma aari ba'uuf Cirstal Paalas waalin falmi jaba taasisu

☑️Cheelsin osoo hin eegamin torbe darbe akka male ta'e deeggaartoota isaa bashaannaansiisee isa torbee darbe dagachiisuuf Lestar siiti waaliin norki taasisaan ta'ani sanbaata xiiqqaa eeggaachaa jiru

☑️ Arsenaal tapha sadanu mo'uun kilaabni isaa dhaabu amma yoonati kan hin jirree akkuuma yeroo darbee gooli baayyee roobsuuf saati 1:30 Fulaham waaliin morkii taasisaan si'oominaan eegama jira

✔️ Dilbata taphoonni sadi ni taphaatamu

Sahuz 8:30 Man Utd
Chels 11:00 Lestar
Man Siti 11:00 Palas
Asre 1:30 Fulam

Kun taphoota muraasa kilaaba keessaaniif torbee milki haa ta'u isinis mee Kan jaalattaanuun jedha

Laki
Share
Gochuun maamilummaa jaabeessaa.

01/20/2022
05/20/2020

JOÑATHÃÑ

12/31/2018

HAPPY BIRTHDAY SIR ALEX FERGUSON

12/22/2018

Good luck utd

12/09/2018

ROONEY

05/26/2018

DILEE DILEE DILEE TEMAGEN !! Le Talquu techawuchachīn le CR

05/19/2018

DELII LEGA LE TALAQUU CIUB MAN.UNTD

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Halifax?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Broad Street
Halifax, NS
B4B 2E4