25/01/2026
ManchisManchester Unted gara dirree Arsenal Fly
Emirates imalani AUnted gara dirree Arsenal Fly
Emirates imalani Arsenal tapha barsiisanii
Goolii mimmidhaagdu 3 irraatti roobsani
Qabxii 3 tan damma damma jettu irra
atani bira galaani jiran Manchester United 👏🏻
19/01/2026
Oduu Ammee
✍️Senegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa(AFCON) bara 2025 taate.diraamaa booda Senegaal Qopheessituu dorgommichaa Morokoo mo'achuun Abbaa Waancaa taate.Dorgommichis ji'a tokko booda har'a xumura argateera.
Congratulations Sengal .
06/09/2025
Galchii 140 biyya isaaf 🔥🔥
Walumaa galatti bara jireenya isaa keessatti
Galchii 1000 guutuuf 58 qofa hir'ata!
Seenaa kubbaa miilaa keessatti taphataan kana gochuu danda'e hin jiru, hin jiraatuus !
The Greatest Of All Time 🇵🇹🐐🔥Cristiano Ronaldo
14/07/2025
Badhaasa Waancaa Kilaboota Addunyaa🏆
✅Kool Paalmeer taphataa cimaa dorgommichaa jedhamuun Cheelsiirraa badhaafame.
✅Dizeerii Duyee taphataa dargaggeessa cimaa jedhamuun PSG irraa filatame.
✅Goonzaaloo Gaarsiyaa goolii 4 galchuun Riyaal irraa badhaasa kophee warqii injifate.
Rooberti Saancheez gooli eegaa cimaa jedhamuun Cheelsirraa filatamaniru
13/07/2025
Cuquliisoonni Mooticha ardii Awrooppaa PSG goolii 3 irratti roobsun kan salphisuun mootii kilaboota addunyaa bara 2025 tahaniru. 🌎 🏆.
Cheelsiin bara dorgommii kana waancaa Konforeensii Liigii Awrooppaa fi Waancaa kilaboota Addunyaa injifate.
Leenjisaan warra Cuquliisoota Enzoo Maareeskaan bara hojii leenjisummaa isa kan jalqabaan Cheelsii waliin waancaa 2x xumuraaf qaqaben waancaa 2x injifate.
Kool Paalmar tapha halkan har'a kana tapha xumura waancaan goolii 2x lakkoofsisun akkasumas kubbaa goolii mijjeesse laate asiin duratti seenaa Didier Drogba fi Edan Hazard galmeessan waliin qoodatte.
Kool Paalmar hanga ammaatti Cheelsii fi Maanchistar Siitii waliin taphoota xumura waancaa saddeet irratti hiriiree taphateen hirmannaa goolii 8 taasisu danda'eera
05/07/2025
Real Madrid C.F. Waancaa kilaboota Adunyaatin 🏆B.Dortmandiin 3_2n injifachuun Gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffatera 🏆👈
05/07/2025
P S N Waancaa kilaboota Adunyaa tiin Bayern Munich 2:0n injifachuuf gara Marsaa 4ffaati darbuu isaa mirkaneffatera