25/08/2026
Special Special Special Special π β€οΈ π
Obbolleesa kiyya baga gammadde baga nulle gammachiifte ilmaa biyya raabbii sii haa godhu congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations my brother πͺπͺπͺπͺπͺπ¦Ύπ¦Ύπ¦Ύ
25/08/2026
Bakka, namoota, rakkoolee illee irraa baqachuu dandeessa. Garuu sagalee sammuu kee keessaa jiru irraa gonkumaa baqachuu hin dandeessu.πβ€οΈπ
24/08/2026
"Irra deebi'ee nan jedha: Eenyullee dhufee si
oolchuu hin jiru. Nama dhufee si ooluuf jiru tokkichi, ati mataan kee qofa."πβ€οΈπ
22/08/2026
Akkamitti akka namoonni yaadan
yeroo hubattu waa'ee kee waan isaan yaadan faana hin dhiphattu!
πβ€οΈπβ€οΈ
21/08/2026
Jumma Mubaarak π€π
βGuyyaa Jummaa kana Rabbiin qalbii keenya nagaan haa guutu, cubbuu keenya nuuf haa araaramu, kadhannaa keenya nuuf haa qeebalu, rizqii keenya haa balβisu, rakkoo fi dhiphina nurraa haa kaasu. Rabbiin maatii fi jaallan keenya hunda haa eegu; jireenya keenya keessatti barakaa, fayyaa, gammachuu fi milkii haa nuuf kennu. Guyyaa Jummaa kana rahmata Rabbii argannee, qalbii keenya zikrii isaatiin haa jiraachifnu. ο·Ί Nabiyyii Muhammad irratti salawaata haa baayβifnu. Jummaa Mubaarak isiniif haa taβu; Rabbiin waan gaarii hundaan isin haa qananiisu. π€²π½β€οΈπβ
Gerjo Umer Murtii Gerjo Umer
18/07/2026
Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.
Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πβ€οΈπ
Hamza Tajudin
Abdulakim Mohammed Aliyyii
18/07/2026
Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruu fi Jireenyaatii ja'an warri maalummaa hiriyummaa beekan.
Naaf jiraadha qaaliwwan koo.πβ€οΈπ
Hamza Tajudin
Abdulakim Mohammed Aliyyii
17/07/2026
"Mul'anni kee kan ifa ta'u gaafa
Onnee kee keessa ilaaluu
dandeesse gofaa dha."
πβ€οΈπ